Biiftuu

Biiftuu

Share

❣️Follow me πŸ’˜πŸ’˜πŸ’₯

Photos from Biiftuu's post 04/08/2026

Jecha namootaf bakka hin kennin yaada kee lafa gahumsa kee irra godhachuun deemsa kee itti fufi.
Gaafa daandii milka'umsaa irra deemtu warri si jajjabeessan muraasa.πŸ™

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 03/08/2026

Ofiin haasa’aa deemuun marattummaa fakkaachuu danda’a, garuu sammuu kee waan hojjetu sirriitti akka beeku taasisa.
Ogeeyyiin xiin-sammuu akka jedhanitti sagalee ol kaasanii dubbachuun sammuu xiyyeeffannaan akka waa qindeessu gargaara jedhan!

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 03/08/2026

Nama si amanu sobuu hin yaalin, nama amantu hundatti iccitii kee hunda hin himin, guyyaan akka tasaa walitti bu'an jiraachuu mala waan ta’eef.

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 03/08/2026

Nama seenaa inni dabarseen irratti hundaa'uun itti hin murteessiin. Eenyu akka ta'an akka sitti agarsiisaniif carraa biraa kenniif.

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

03/08/2026

Namni gaafa laafina kee yeroo hunda siif kaasu akka ati jabaattee jijjiirramtuuf si gargaara. sababni isaa namni sijajuun qaawwa laafina sitti fidaa hubadhu.πŸ‘Œ

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 03/08/2026

Jireenyi yeroo tokko tokko ulfaataa ta'uu danda'a, garuu rakkoon hundi yeroo isaa qaba. Har'i yoo ulfaate illee, bor ni ifa. Jabinaan itti fufi, ofitti amani, Waaqattis amanami. Tarkaanfiin xiqqaan har'a fudhatamu milkaa'ina guddaa bor fiduu danda'a."πŸ’”

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 02/08/2026

Waa shan (5) gammachuu keenya hatan!!
***************************************
1.Nama hunda gammachiisuuf dhama'uu.
2.Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu.
3.Waan darbe yaadaa jiraachuu.
4.Jireenya ofii kan namaan madaaluu.
5.Waa'ee jiruu jireenyaa humnaa ol yaadda'uu.

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 02/08/2026

Milkaa'ina kee namarraa eegdaa? Lakki, abdiin karaa namaa fagoo si hin geessisu. Namni tarii har'a si eebbisee bor si abaara. Tarii har'a si kabajee bor si salphisa. Har'a si wajjin kolfee bor nyaara sitti guura. Har'a waadaa siif galee bor si gana. Waaqayyoon yoo abdatte garuu karaan fagaatus bakka yaadde ni geessa.

πŸ‘‰ https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Photos from Biiftuu's post 01/08/2026

Haalli kamiyyuu yoo cime, jireenyi yoo ulfaate... kan Waaqayyo jedhe hin hafu! Abdii hin kutatin, abdiin kee boruuf bifti isaa ni calaqqisa. amantii kee jabessi.

πŸ‘‰ https://t.me/prof8gabo

Photos from Biiftuu's post 01/08/2026

Namaa Eenyumaa isaa kan ibsuu bifaa isaa mittii Naamummaa isaatti Naamummanis dubbi qofaan ykn fakkeessudhan hin mala'atu hojii gaaridhan mle kanafuu yeroo kamuu arguuf mle argaamuf hin dhiphaattin.

πŸ‘‰ https://t.me/prof8gabo

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa
Ababa