Bareedduu Noole

Bareedduu Noole

Share

Faaya Miidhagina Asi Argattuu

08/02/2026

Bu'aalee Walqunnamtii saalaa jalqabun duratti wal hoo'isuun qabu.
==============================

1. Dhiiraafi dubartiinis hormonii fedhii itti kakaasu ka qaamni saala daran akka saala faallaa ta'e hawwatufi harkisu maddisiisuf gargaara.
2. Dubartiin dhangala'a qaama saalaashee (natural lubricant)keessa uumaman jiru kan mucuceesse akka laaftutti qaama saala dhiira fudhatu godhu maddisiisuf gargaara.
3. Dhiigni gara kilitoris akka deemun miiraa keessa galtu taasisa.
4. Guntuutni akka harkifate gara hoo'inatti fidu godha.
5. Qaamni saalaa dubartii akka walitti dhippatee boca jijjiirrate qaama saala dhiiraa haalan jabeesse qabu gochuuf isa qopheessa.
6. Maashalen akka hiikachun relax godhuf gargaara.
7. Dhiigni kara qaama saala dhiiraa yaa'uun guutame qaamni saala dhiiraa akka ka'uu qofa osoo hin ta'in haalan ka'e dhaabbate yeroo ka'ufi dhangalaasu jidduu jiru dheeressuuf gargaara.
Source: reproductivehealthstdntbook
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!

07/02/2026

Sadarkaa Walqunnamtii Saal,aa

◉ Walqunnamtiin saal,aa akkuma sirnoota qaamaa kamiiyyuu sadarkaa mataa isaa qaba.
Walqunnamtiin saalaa sadarkaa gurguddaa 4 qaba

07/02/2026

Dhiira dalagaa halkanii irratti jabaa taheen barbaada Yoo jiraatte amuma keesan Na dubbisi 🔥⚡

07/02/2026

guyyaattii yeroo meqa Yoon godhe🔥 gariidhaa 🥴 Bareedduuu Noole
🤒😳

06/02/2026

Yeroo Walqunnamtii Saalaa Wantoota Dubartiin Jibbitu:👉

①. Yeruma xiqqoof qaama ho'isuu (short foreplay) : Yeruma tokkoon qaqqabachuun, dhungachuu fiiganiituma raawwachuu dubartiin kamuu hin jaalattu. Fedhiin dhiiraa dafee dhufaa dafee qorras, dubartiin garuu fedhiin ishii dafee hin dhufusii ho'inaan immoo daftee hin dhabamtu. Kanaaf qaama ho'isuun yeroo dheeraf raawwachuu qabda.
②. Yaada hin taane laachuu : Maali intaloo maal fakkaattaa, qaamni kee maal fakkaataa, dabbasaan kee oogana natti jejjedhaa, dafqa dafqa jetta bishaan biyyarra hin jiru moo fi wantoota kana fakkaatan jechuun akka ofitti qaanoftu gochuu hin qabdu.

06/02/2026

Yeroo wal qunnamtii saa'laa qaamni saa'laa dhiiraa kan dubartii keessatti hafee keessaa ba'uu dide kan jedhu dhageessanii beektuu?
Kun gama Fayyaan "Pen'is Captivus" kan jedhamu yoo ta'u darbee darbee akka tasaa namoota tokko tokkorratti nii muldhata. Taateen akkasii Jalqaba karaa Fayyaan report kan tahe bara 1979 dha. P***s Captivus kan dhufu sababa maashaawwan naannoo qaama saalaa dubartoota garmalee kottoonfachuu irraan kan ka'e kan dhufudha. Akkuma beekamu yeroo wal qunnamtii saalaa hiddoonni qaama dhiiraa irratti argaman dhiigaan waan guutamanif qaamni saalaa dhiiraa baayyee guddata. Yeroo wal qunnamtii saalaa maashaawwan qaama saa'laa dubartoota nii kottoonfata. Maashaan kun garmalee hedduminaan yoo kottoonfatu qaamni saa'laa dubartootaa baayyee dhiphachuun qaamni saalaa dhiiraa akka keessaa hin baane godha. Taateen kunis Amma fedhiin dubartootaa sun irraa dhaabbatee maashaan sun kottoonfachuu dhiisutti ykn hanga qaamni saa'laa dhiiraa ka'ee ture ciisutti turuu danda'a

06/02/2026

Fedhii wal-qunnamtii saalaa guyyaatti yeroo 50 fi isaa oli,
Uumamaan guyyaatti yeroo 50 oli fedhiin saal-qunnamtii ishee garmalee dabaluun dhiibbaa guddaa irraan gaha. Yeroo sana hunda wal-qunnamtii saalaa gochuu feeti. Mee waa'ee rakkoo kana namoonni biyya keenyaa qabaniif na gaafatanis waan jiraniif waa xiqqoon isiniif barreessa. Rakkoon kun persistent ge***al sexual arousal disorder jedhama. Uumamaan rakkoon kun namoota muraasarratti kan mul'atu yoo tahu saala lamaan kan hubu tahus hedduminaan shamarran irratti argama. Kunis utuu dhiirri isaan itti hin buhin, waan fedhii saal-qunnamtiif isaan kakaasu osoo hin argin ykn yeroo wal-qunnamtii saalaan ala fedhiin isaanii dabaluun fiixeen qaama saalaa isaanii dhiita'uun, hidhiin ykn harmi isaanii miira addaa fedhii saal-qunnamtii keessa galuun ofto'achuu yoo dadhabanidha. Dabalataan mallattoowwan akka hafuura itti ciccituu, onneen garmalee dha'achuu, fuulli itti diimachuu, kottoonfachuu maashaawwan qaamaafi dhukkubbii qaama saalaafas dabalachuu ni mala. Namoonni tokko tokko guyyaa guyyaan fedhii ofirraa baasuu filatanis kun furmaata tahuu hin malu.
Kanaaf namoonni rakkoo akkasii qabdan yaaliin xiinsammuu fi kan biraas waan jiruuf mana yaalaa deemuun ilaalamaa.
Iccitiidha youtube channel koo Irratti ilaalaa..
Yaada keessan comment jalatti barreessaa,
Yoo sitti tole lakkoofsa bilbilaa kee comment jalatti naaf barreessi.

04/02/2026

Dhiirti maalif dubartii udduu guddaa qabdu barbaaddi?
**************************************

Saayinsiin kanarratti maal jedha?
Addunyaa tanarratti dhiironni 99% ol miidhaginni fuulaa akkuma jirutti ta'ee, huddu guddaa baay'ee barbaadu. Maalif kana jedhu qorannoon amansiisaan jiraachuu baatus yaada dhiirota bedduu irraa walitti qabame cuunfuun akkaata armaan gadiitin ilaaluu dandeenya.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Dubartiin hudduu guddaa qabdu yeroo walqunnamtii saalaa dubartii hudduu qal'aa qabdurra mijjattuudha. Kunis sochii walqunnamtii saalaa keessatti, qaamni ishee lallaafaa ta'eetu isatti dhagayama, hudduun ishii ni soosso'a, akka galaanatti raafama. Kunimmoo dhiira ni gammachiisa jechuudha.
2. Dubartiin hudduu guddaa qabdu dhiira siree irratti hib rakkistu. Kana yoo jennu hudduun ishii ulfaatina waan qabuuf yeroo walqunnamtii saalaa asii fi achi sigigaattee hin rakkistu, sirritti gadi-fageenyaan qaamni saani akka walitti seenuuf ni gargaara warri jedhus jira
3. Adeemsa jijjiirama tirannaa dhala namaa keessatti dubartiin hudduu guddaa qabdu akka barbaachistuu taste sammuu namaa keessatti katabamee kiraachaa dhufe. Kunimmoo osoo nuti hin beekin dhiirri hudduu guddaa qabaachuun dubartii walhormaata keessatti daa'iman ani irra dhalchuu seeraan harma hoosistee naf guddisti ja'e waan yaadufi. Sababni isaas, coomni naannoo hudduutti kuufame kun gara aannanitti jijjiirame sammuufi qaama daa'ima ijaaruu keessatti gahee guddaa qaba waan ta'eef hudduu bal'aan ni filatama dhiiraan. Qapxii kana saayinsiinis ni deeggara!!
4. Nannoon qaama saalaa dubartoota hudduu guddaa ni lallaafa. Lafeen nama diddiru/quqquuqu hin jiru. Hidhii qaama saalaa furdaadha.

Galatoomaa!!
Fayyaa ta'aa, fayyaan faaya!!

Category

Website

Address

Chiro Oromia
Adama
05512

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bareedduu Noole posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Adama.