Umar mahamad
Tookkuumma ilmaan oromoo
yes ilikebest bet game true
02/04/2022
02/04/2022
Ummata Islaamaa Hundaan Baga Ji'a Ramadaanaa Geessan...
Ramadan Mubarak رمضان مبارك Jedhama miti✍?
31/03/2022
BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 2 QOFAATU HAFE !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Ibsaa Dhugaa
Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.
Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture, akkas jechuun
1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan
2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.
Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.
Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu arkatu nu haa taasisuu.
Galatoomaa
https://www.facebook.com/profile.php?id=100079009500149
Category
Contact the business
Telephone
Address
251911966907
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Umar mahamad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
