Jabaa offii Abbatuu Jabessaa
π πππππ ππ π·π’ππππ πΈππ¦π’πππ ππππππ πΊπππππ‘ππ
30/09/2026
29/09/2026
Mootummaan Naannoo Oromiyaa murtee seena qabeessa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu danda'u murteessuun rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa buβuuressuuf ooluu taasiseen caasaa Godinaalee Oromiyaa 21 gara caasaa Godinaalee 6tti fiduun hundeesseera.
Haaluma kanaan koreen hooggansa olaanaa Godinaalee kanaas ramadamaniiru.
β‘οΈ Godina Baha Oromiyaa
1. Obbo Abdurrahmaan Abdallaa
Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Harar
2. Aadde Miski Muhammad sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantuu Bulchaa Damee Misoomaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Ciroo
3. Obbo Anas Aliyyii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Galamsoo
4. Obbo Jaarsoo Boruu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Gurawaa
5. Obbo Fiqaaduu Miiliyoon Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
6. Aadde Saamiyaa Abdallaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
β‘οΈ Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
1. Dr. Mangistuu Baqqalaa Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Shaggar fi Adaamaa
2. Obbo Abbaabbuu Waaqoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Giddu-galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Waliso
3. Obbo Kifalaw Adaree Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Fiichee
4. Obbo Makkonnin Baay'isaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Ambo
5. Obbo Ashannaafii Ajjamaa sadarkaa hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
6. Obbo Taaddasaa Dirribaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
β‘οΈ Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
1. Dr. Rashaad Kamaal sadarka itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Jimma
2. Obbo Indaalkaachaw Tafarii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
Teessoo: Beddellee
3. Obbo Amaan Danuu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Limmuu Gannat
4. Obbo Didhaa Guddataa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Mattuu
5. Obbo Muhaammadxaahaa Abbaa Fiixaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
6. Obbo Moosisaa Lammeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
β‘οΈ Godina Kibba Oromiyaa
1. Obbo Ahmad Haajii Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Yaabeelloo
2. Obbo Adulaa Hirbaayyee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantuu Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Adoolaa
3. Obbo Liiban Areeroo sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Nageellee Booranaa
4. Obbo Wandimmuu Roobee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Ol'aanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Bulee Horaa
5. Obbo Ibraahim Abdii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
5. Obbo Isaaq Xaachoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
β‘οΈ Godina Lixa Oromiyaa
1. Obbo Masfin Malaakuu saradrkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Naqamte
2. Obbo Mirreessaa Fiixee Sadarkaa oogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Gimbii
3. Obbo Gammachuu Gurmeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Shaambuu
4. Obbo Taliilaa Tarrafaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Dambii Doolloo
5. Obbo Badhaasaa Dhaabaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
6. Obbo Dassuu Lammii sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
β‘οΈ Godina Kibba Baha Oromiyaa:
1. Obbo Ahimad Idriis Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Kibba Baha Oromiyaa
Teessoo: Roobee
2. Obbo Asaffaa Tolasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Gindhiir
3. Obbo Abdurrazaaq Huseen Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Asallaa
4. Obbo Ibraahim Kadiir Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Shaashamannee
5. Obbo Izzaddiin Abuubakar Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
6. Obbo Birhaanuu Arfaasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Baha Oromiyaa ta'uun muudamaniiru.
Caffeen Oromiyaa yaaβii isaa duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa taa'een, Wixinee Labsii Gurmaaβinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan raggaasise yoota'u, wixineen kunis hojiilee walfakkaataa bakka tokkotti gurmeessuun, ittiquufiinsafi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuu irratti kan xiyyeeffatedha.
29/09/2026
Mootummaan Naannoo Oromiyaa murtee seena qabeessa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu danda'u murteessuun rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa buβuuressuuf oolu taasiseen caasaa Godinaalee Oromiyaa 21 gara caasaa Godinaalee 6tti fiduun hundeesseera.
Haaluma kanaan koreen hooggansa olaanaa Godinaalee kanaas ramadamaniiru.
β‘οΈ Godina Baha Oromiyaa
1. Obbo Abdurrahmaan Abdallaa Sadarkaa Pirezidantii itti aanaatti Bulchaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Harar
2. Aadde Miski Muhammad sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantuu Bulchaa Damee Misoomaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Ciroo
3. Obbo Anas Aliyyii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Galamsoo
4. Obbo Jaarsoo Boruu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Gurawaa
5. Obbo Fiqaaduu Miiliyoon Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
6. Aadde Saamiyaa Abdallaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
β‘οΈ Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
1. Dr. Mangistuu Baqqalaa Sadarkaa Pirezidantii itti aanaatti Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Shaggar fi Adaamaa
2. Obbo Abbaabbuu Waaqoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Giddu-galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Walisoo
3. Obbo Kifalaw Adaree Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Fiichee
4. Obbo Makkonnin Baay'isaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Amboo
5. Obbo Ashannaafii Ajjamaa sadarkaa hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
6. Obbo Taaddalaa Diriirsaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
β‘οΈ Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
1. Dr. Rashaad Kamaal Sadarkaa Pirezidantii itti aanaatti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Jimmaa
2. Obbo Indaalkaachaw Tafarii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Beddellee
3. Obbo Amaan Danuu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Limmuu Gannat
4. Obbo Didhaa Guddataa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Mattuu
5. Obbo Muhaammadxaahaa Abbaa Fiixaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
6. Obbo Moosisaa Lammeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
β‘οΈ Godina Kibba Oromiyaa
1. Obbo Ahmad Haajii Sadarkaa Pirezidantii itti aanaatti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Yaabeelloo
2. Obbo Adulaa Hirbaayyee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Adoolaa
3. Obbo Liiban Areeroo sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Nageellee Booranaa
4. Obbo Wandimmuu Roobee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Ol'aanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Bulee Horaa
5. Obbo Ibraahim Abdii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
5. Obbo Isaaq Xaachoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
β‘οΈ Godina Lixa Oromiyaa
1. Obbo Masfin Malaakuu Sadarkaa Pirezidantii itti aanaatti Bulchaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Naqamtee
2. Obbo Mirreessaa Fiixee Sadarkaa oogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Gimbii
3. Obbo Gammachuu Gurmeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Shaambuu
4. Obbo Taliilaa Tarrafaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Dambii Doolloo
5. Obbo Badhaasaa Dhaabaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
6. Obbo Dassuu Lammii sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
β‘οΈ Godina Kibba Baha Oromiyaa
1. Obbo Ahimad Idriis Sadarkaa Pirezidantii itti aanaatti Bulchaa Godina Kibba Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Roobee
2. Obbo Asaffaa Tolasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Gindhiir
3. Obbo Abdurrazaaq Huseen Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Asallaa
4. Obbo Ibraahim Kadiir Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Magaalaa Shaashamannee
5. Obbo Izzaddiin Abuubakar Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
6. Obbo Birhaanuu Arfaasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Baha Oromiyaa
27/09/2026
Imalii kenyaa sonaa midhagina Tokkuummaa waloo fi misoomaa walirra citinsaa hin qabane dha.
Humnii kenyaa sonaa Naganyaa Adunyaatii
Birmadummaan Ethiopia harmee jalalaa fi Tokkuummaa biyyoollesaa sadarkaa hundaa irraatii eegamuudhan inijifaanoo qabatamaa olka'iinsa biyyaa fi biyyoollesaa mirikanesaa jijjiramaa biyyaa fi biyyoollesaa dhallonii damaqee enyumaa kenyaa sonaa midhagina Tokkuummaa NI dhalaa..... ittii fufaa inijifaanoon hogansaa kenyaa sonaa Qaroomina hundaa kenyaattii..... ittii fufaa.
27/09/2026
ββFedhiin Hulaa Galaanaa Itiyoophiyaa, dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu, haqummaa dinagdeefi mirga dhalootaatiββ
-Ministeera Bishaaniifi Inarjii
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
3200
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Jabaa offii Abbatuu Jabessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
