Waraaqa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waraaqa, Health/Beauty, Finfinnee, Addis Ababa.
21/01/2023
Jirra jirtuu ilmaan ayyaa
Akkami nagay fayya
Jirumaatu kadu'eef booya
30/11/2022
Jirraa ?
Ejirra jiraachuun keenya
Arra gahuudhaa,
An wannii nadhibe akka
manaabatiJiruun duniyaadha,
Niqabdi Rakkofi balloo
bushaafi mi'aadha,
Halkaniifi guyyaanis
nurrawal jijjiiraadha,
Ba'aa mizaaba qabne malee
irra garree bu'aadha,
Hiikni manaaba jireenyaa maali?
Jiraachuun dhugaadha,...
Category
Website
Address
Finfinnee
Addis Ababa
Addis Ababa
