Guji Pictures

Guji Pictures

Share

Never blame anyone in your life � �

10/06/2026

Chikaalaa san horii itti hidhatiisaaf moo ?

10/06/2026

With Daraartuu – I just got recognized as one of their top fans!

31/05/2026

‎Boorana, Gabraa fi Gujiin tokko!🙏

Warri ajandaa dhunfaa barbaachaaf, fixxi-fixxi jechaa uummata wal irraa qoqqooduu yaaltaan dhaabbadhaa ofi ilalaaa. Oromoollee keessaa Boorana, Gujii fi Gabartii maatii mana tokkooti; ilmaan haadha tokkooti, qorii tokko keessaa nyaatu. Yoo akka obboleeyyanii wal qoxxiftee malee, diinummaa fi wal jibbiinsa waliin hin qaban.

‎Wantii yeroo adda addaatti mul’ataa ture seenaa fi adeemsa mootummootii darban irraa kan madde malee, ummatoota kana gidduutti hammeenyii dhalootaan jiru tokkoo hin jiru. Waan kaleessa ta’e irraa barannee, waan hardhaa jabeefataa, waan dabee fi bade yoo jiraatte marii qajeelfataa ha deemnuu.

‎Hardhas waan walitti nu hidhu hedduu dhuuga qabna; aadaa, afaan, eenyummaa fi hariiroo obbolummaa jabaa qabna. Kanaaf, kashalabbee miidiyaa sobaatiin maqaa uummataa uffatanii, uummata wal shakkiisiisuu fi jibba facaasan, kan keessaa fi alatti argaman kamiyyuu hin fudhannu, ni mormina.

‎Namoonnii muraasnii faayidaa dhuunfaa isaaniif jechaa gosa walitti buusuuf wixxiratan ni jiru. Garuu ijjoolleen Booranaa, Gujii fi Gabraa dhugaa kana ni beeku. Harka wal qabannee tokkoomnee dura dhaabbanna; waan waliin dhabne irratti mari’anna, waan wal dhowwanne nuu hin qabnu.

‎Tokkummaan keenya humna keenya. Wal kabajuu, wal dhaga’uu fi wal tumsuun aadaa teenna. Boorana, Gujii fi Gabartii kaleessas, hardhas, boris ilmaan haadha tokkoo ta’anii waliin jiraatu, waliin guddatu, waliifis dhaabbatu.

‎🤝 Tokko taanee haa jiraannu; Tokkummaan humna!🙏

28/05/2026

is better

28/05/2026

Oromoo Kan Eenyuti??

26/05/2026

'AADHA! ✝️
jedhi bira darbi. comment jalati🙏

26/05/2026

With Tokona Guji'ii – I just got recognized as one of their top fans!

26/05/2026

With Samy Garee Gudeta – I just got recognized as one of their top fans!

26/05/2026

Suuraa kanaa ilaale bira darbu dandeenye!🥺🙌

Mooti Warra London Arsenal!!🥰💪

Namni akka koo suuraa kanaa jaalate London is Red jedhii darbii🏆🏆

19/05/2026

Arsenal are 2025/2026 Premier League Champion

Congratulations Gunners!!!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Addis Ababa