Moheka Adem
Mallattoon filannoo Paartii Badhaadhinaa Qamadiidha!
06/05/2026
Ooliin Nagayaa? Warra Badhaadhinaatifi BMB Olmaa Arraa Suraadhaan....
05/04/2026
Ooliin Nagayaa, Nagenni Badhaadhaa? BMBtti Gamaaggamni Raawwii Hojiilee Motummaa Kan Torbanitiifi Kallattiin Bobbii Haaroofni Kessumaa Kan Galiifi Lafarratti Xiyyeeffate Seektaroota Qindaa'aa Galiitiifi Gandoota Hammate Gaggeeffameti Jira.
20/03/2026
OOLIIN NAGAYAA? HORDOOFTOONNI AMANTAA MUSLIMAA MARTI BAGA AYYAANA IDAL FAXRII GESSAN BAGA GEENYE, WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE JANNE!
18/03/2026
Ooliin Nagayaa Baga Jala Bultii Idal Fixriitiin Isin Gahe Jachaa BMBttii Lafti Mana Jireenyaa Barsiisotaaf Dabarsuun Guyyaa Arraa Jalqabeeti Jira. Barsiisonni Keenya Kan Arra Carraan Isin Gahe Baga Gammaddan Jeechaa Kan Haftaniis Obsaan Eggadhaa Isiniin Janna.
05/03/2026
Gurrandhala 26/2018
Galiin Misoomaf
Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessatti Mariin Dhimma Galii irratti Seektaroota Qinda'aa waliin mariin gaggeeffamee jira.
Mariin kuniis Bakka Kantiibaa It/A fi It/G/Waaj/Daldalaa,Carraa Hojii Umuu fi Invaastimantii Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaa Obbo Mahammadkamaal Adam argamaniitti mariin gaggeeffamee jira.
11/02/2026
Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu ifoomsee jira. ๐พ๐๐ช๐น
10/02/2026
Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu ifoomsee jira
10/02/2026
Mallattoon keenya misooma keenya gara fuulduraatti ifatti ibsa.
Mallattoon kun abdii, jijjiiramaa fi guddina boruu agarsiisa.
Tokkummaan hojjennee, mulโata kana dhugoomsina.
Click here to claim your Sponsored Listing.
