Caltuu kedir

Caltuu kedir

Share

Dhiira essattu bultiif sirritti ta'aa dhugaa naaf hima mee naan barbaade🙄

02/09/2026

Dhirrti chiikii qabnee
Harka✋baasaa umurii keessan commenti jela naaf ka'a✍️

02/09/2026

Gaaleytiin Gaalana
Jaarsaatu hojiif bikka biraa deemee tursisanii beeytaa, uguu kana jaartii irratti bilbilee yaa haadha abaluu mee boruu mucaa kiyya saniin yaadee fidii koottu ja’een.
Isiinis mucaan na bira hin jiruu bar warra keenya jiraa jetteen. yoo maal ja’een gaarii baqaa joolluma ollaa takka fidii koottu ga🫣joollee ollaa hundaan yaadee bar ja’een ja’aan🤣akkamitti laaltan isin mee?

Photos from Caltuu kedir's post 02/09/2026

Waan hundaa keessatti onnee qulqulluu
qabaachuun namaaf qabeenya guddaadha

30/08/2026

Gowwaa namaa jaalachun ba'aadha eda🤔 Guyyaa Gaarii Qabaadha family
Saliyaa Qashtii Hiriyoomfadhaa

Photos from Caltuu kedir's post 30/08/2026

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎

30/08/2026

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎

30/08/2026

Yoo waliif galee..💓💓💓🤷

Photos from Caltuu kedir's post 30/08/2026

Namoonni tokko tokko nagaadha kan jedhaniif,dhuguma nagaa ta'aanii osoo hin taane,dhukkubbii keessa isaanii jiru nama hubatuuf waan hin arganneef nagaa jechuu filatu🥹😌.

29/08/2026

Salluu Alaa
Nabii♡ﷺ ✍️❤️
✍️♥️🫶



🤔🤔

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Harar
Addis Ababa