kalid tip
alhamdulillaah rabbii hardhaan nu gahe galanni isaa haa ta'u isin jaaladha ummata jaalalaa
Jiraa jirtu ummata jaalalaa warri afaankoo dhaggeessan hundi keessan barreeffamni kun akkuma isin bira ga'en share fi like tuqaa fololle taasisaa miseensa na godhaa kalaqa jechuun maal jechuudha beektuu kalaqa jechuun waan haarawa duraan hin turre tokko uumu jechuudha inni yaada ykn mala a ofii fayyadamuun wanta haarawa duraan hin turree tokko uumuun hojiirra oolchuuti kana gochuuf meeqa keennatu carraaqaa dha kanaaf hundi keenna mee saayinsiifi teeknooloojii irratti yaada kennaa kennu nagaan turaa comment godhaa waan isiniif hin galle
Ani maal balleesseetti laata oromoo koo kadhadhee follow isinirraa dhabe
Orokoo meeqa keessantu beeka biyyoonni addunyaa kanarra jiran 1 95 keessaa biyya dhaabbata mootummaa gamtoomanii keessatti hin argamne lamatu jira isaanis vatican city fi falastiiniidha maaliif akka miseensa ta'uu dhaban comment godhaa
Oromoo koo osoo saggaxee follow gootanii amma ani hin saggatuu gadima tuqaa fooloo godhaa isin jaaladha
Assalamu aleykum waramatullahi wabarakatu nabiyyi irratti salawata buusi sallallaahu aleyhi wasallam harka isin gubu
Assalamu aleykum waramatullahi wabarakaatu yoo ummata jaalalaa kan isin kadhataa jiru maallaqa yookaan humna keessanii miti channel koo kanaa f follow akkasuma like share akkanaa gootan barbaadetti please waan tokko tokko isin gargaaruu nan danda'a barnoota tokko tokko isiniif hin kenna waan beekurraa jechuudha kanaaf maaloo harka isin hin gubuutii like na godhaa illee naaf taasisaa isin jaaladha ummata koo kana irraa dhaladhe kan waliin dhaladhe
Assalamu aleykum waramtullahi wabarakatu akkam jirtu jaalatamtootaa fi kabajamtoota uummata jaalalaa page kana follow naaf godhaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
OROMIA
