Shamshuu Sulee

Shamshuu Sulee

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shamshuu Sulee, Harar.

Photos from Aalam Media's post 23/09/2025

Waaw Maashaa Allaah

18/07/2025

"Har'a buraayyuun oole,Beeksisa kana biiroo bulchiisa magaalaa keesssa sagalee guddiistuudhaan dubbatuun dhaga'e.
Mataa dureen isaa Oromoon safuu qaba jedha.
Kanaaf dhiira surree nama lama ga'u qofaasaa uffatee deemu🀣
Dubara handhuura ishee mulistee deemtu irratti guyyaa borii irraa kaasnee tarkaanfii fudhanna jedha.

Ha Galatoomanu jenna malee maal jannareeπŸ˜„πŸ˜„

16/06/2025

silaa akka feetellee taatee Akka feete Rabbiin hin godhinii Eerga Maalummaa isii Ameerikaafi Fakkaattota isiitti agarsiifte humaa miti.Hulaa sitti cufaniis hulaa citti cufamte jabaattee akka nama ukkaamfamee du'eetti cal jettee yoo hojjatte,hulaa sitti cufamte san firraa banuun akka danda'amu Biyyi kun Wantoota jiruuf jireenya keessatti namoota mudataniif Fakkeenya guddaadha.

14/06/2025
02/06/2025

Jawaar goota,garuu inni goota qofaamiti kaa Hayyuudhaasi.Akkam nu godheet nu harkaa behe sa? Kun dhugumaan xinxaalaadha.pa pa pa oo'oo'oo.

02/06/2025

Cooma Nyaanni keeti,Doomaa yaanni keeti.

01/06/2025

Dhihoo fii fagoo

Jalaa fii gubbaa

Bitaa fii Mirgaa

keessaa fii gubbaa

Aalii fii Firaa

Xiqqaa fii Guddaa

Keenya Hunda Iddoo jiranitta nagaha itti nuuf haa ta'u Rahmaan keenya
AamiiiinπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™Œ

31/05/2025

𝘐π˜ͺπ˜₯𝘒 π˜₯𝘢𝘳𝘒𝘡𝘡π˜ͺ 𝘐π˜₯𝘒𝘒 𝘴π˜ͺ𝘳𝘳𝘒 𝘫π˜ͺ𝘳𝘡𝘢 𝘴π˜ͺ𝘳𝘳𝘒𝘒 𝘩𝘒𝘒 𝘬𝘒𝘧𝘧𝘒𝘭𝘢 𝘐𝘯𝘯π˜ͺ.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Harar