Abuu Ammaar

Abuu Ammaar

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abuu Ammaar, Health/Beauty, Harar.

24/10/2023

# # Namni kamiyyuu yeroo dubbattu hunda dubbatuun dura ofii isaatii osoo xiinxalee gadi fageenyaan ilaalee gulaalee ergasii gara namootaatti olbaasee odeessee gaariidha..

19/10/2023

Gaazaatti lakkoofsi namoota ajjeefamanii 3,000 gahe
*********
Gaafa Onkololeessa 7 erga lolli eegalee hanga har'aa namoonni 3, 000 lubbuun darbuu ministeerri fayyaa Filisxeem hime.

Kanneen qaamni miidhame ammoo 12,500 gahuu beeksiseera.

👉🏾👉🏾https://bbc.in/46Qowte

17/10/2023

Walaloo Qur'aanaa
==============
Koottaa karaa gaarii
Gara Qur'aana rabbii
Yaa Qur'aana rabbii
Caalaa hundaa olii
Maaltu siin dorgoma
Yaa kalaama rabbii
Jecha jechaa olii
Qur'aanul kariimii
Kan hin jijjiiramne
Hanga zalaalamii.

Namni isa qara'ee
Dhugaan itti hojjate
Inni hin kasaaru
Dhugumaan milkaa'e
Yaa saamunaa qalbii
Daawwitii aalamaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar karaa kheenyaa
Khan jala deemnu
Hanga jiruu teenyaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar lubbuu teenyaa
Qur'aanni ifaadhaa
Koottaa ni ibsannaa
Qur'aanni dawaadhaa
koottaa itti wal'aanamnaa
Jabaannee barannee
Ummata barsiifnaa.

Saahaabonni rasuulaa S.A.W
Qur'aanarratti dhumanii
Seenaa hin dagatamne
Nuufis dabarsani
Garuu ammaan-tana
Osoo islaamni lubbuun jiruu
Qur'aanni gubamee
Akka waraqatti
Fincaanin bahame
Namuu du'a sodaaf
Ifirraa cal'ise.

Duuti diduu hin taatu
Seera uumamaati
Irra caaltuun du'aa
Tan amantii ofiiti
Bar ilmi namaa Waan irratti
Du'een kaafamaa
Yoo qur'aanarratti duute
Shafa'aa dhaabbatee
Isaatu siif mormaa.

17/10/2023

Category

Telephone

Website

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abuu Ammaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Harar.