ITTI FUFAA
Allah is one
12/08/2026
As wr wb. Rooba lafaaf tahu kan biqiltuu tahu nuuf ha roobu jechaa.
Alhamdulillah rammanni kan allha tokkichati caamsarraa akkam nuti nuu roobe Alhamdulillah
Alhamdulillah.
Isinoo isin biraan akkam
Kan isin bira gahin waliin nuhaa gahu bashbash isinitti ha godhu.
03/08/2026
Biqiltuu dhaabuun abdii ashaaraa hunda keenyaati kanaaf biqiltuu abdii baruu iddoo mataa jalatti qabattu gad jadhii dhaabii
Namoonnii jajjaboon biqiltuu dhabaniituu darbanii
ati maaf hindhabdu arruma dhaabi
24/07/2026
24/07/2026
Meeqa keenyaatu jachamoota afaan kennaa beeka.
24/07/2026
24/07/2026
AFyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan yaadaafi gaaffii Miseensota Caffee irraa ka'aniif ibsa kennaniin hordoffiifi to'annoo Koreewwan Dhaabbiin gaggeeffamaa tureen uwwisa keenya bal'isuun ummata keenya bira gahuuf yaalii taasisaa turree jirra jedhan.
Keessaahuu, Caffeen keenya hariiroon mootummaafi ummata gidduu jiru cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoo kennee hojjechaa tureera.
Hojiirra oolmaa seerotaan walqabatee, walsimiinsa seerotaa Labsiifi Dambii gidduu jiru, akkasumas, Qajeelfamni Mana Hojiin bahu hangam walsima kan jedhu hordofamaa tureera jedhan.
Manneen Maree Ummataa sadarkaan jiran cimsuuf leenjii, hordoffiifi deeggarsa adda addaa taasisuun hojjechaa turree jirra. Haa ta'u malee, Filannoon qaamolee kanaa osoo hin gaggeessiin turuun harcaatiin bal'aan kan jiru ta'uu ibsaniiru. Kanaaf, Filannoon Mana Maree kun Caffee Bara Hojii 7ffaa keessatti ni gaggeeffama jedhamee eegama jedhan.
18/04/2023
27/01/2022
Kun dhugaadhaa beekii.
18/01/2022
Sihaa baraaru rabbin kannen arman gadirra
Category
Website
Address
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when ITTI FUFAA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
