Intala Oromo page

Intala Oromo page

Share

Tokkoo taane wal qabanne bakka yaane ni geenya

Photos from Oromia Prosperity Party Youth Wing's post 17/06/2025
21/05/2023

Utuun dhaloota qaruu
Abdii egeree dhalootaa
Konkolaachisa maaloo
Maaliif akkas na goota?

Hayyuu kumaaf kitala
Fudhadhee karaa bu'ee
Dogoggora libsuu keen
Du'a hadhooftuu du'ee

Nagaatti yaa barataa
Nagaatti yaa barattuu
Qaroo Qaroo kee qaru
Lammata nan agartuu

Imaanaadhaaf irbuu koo
Galfata saba kootii
Galma naaf qaqqabsiisaa
Kun adaraa afaan boollaatii

Qaroo saba oromoo qaruuf
Gamtaadhaan manaa baanee
Kaayyoo karraatti hambifnee
Hirbaata rirmaa taanee

Lafee keenya nu nyaatus
Bineensi boolla keessaa
Har'a oromoo barsiifna silaa
Hin dandeenyeef maleesaa

Nagaatti yaa addunyaa
Bagaatti dachee lafaa
Foonni keenyaa godaanus
Hojiin keenya bulee ifaa

28/10/2022
Photos from Intala Oromo page's post 06/09/2022

Category

Telephone

Website

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Intala Oromo page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Harar.