Gaaddisa haqaa

Gaaddisa haqaa

Share

Yoomiyyuu kijibaan hin fiigu,olola facaasee biyyaas hin diigu.

04/07/2024

Guyyaa Arraa ilma keysan Suheyb univarsitii odaa bultum irraa Damee barnootaa “Seenaa dhaan eeybisaa oolle.

Photos from Gaaddisa haqaa's post 05/06/2024

Baarakallaahu lakumaa wabaarakaa Aleykumaa .

05/06/2024

Today best photosynthesis

22/04/2024

إنا لله وإنا إليه راجعون..
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ببالغ الحزن والأسى وبقلوب راضية بقضاء الله وقدره، ننعي وفاة والدنا الشيخ العلامة/ عبدالمجيد بن عزيز الزنداني ، والذي توفاه الله عزوجل إليه يومنا هذا الإثنين بتاريخ ١٣ من شهر شوال ١٤٤٥ للهجرة، الموافق ٢٢ من شهر إبريل ٢٠٢٤م. لله ما أخذ وله ما أعطى وكل شيء عنده بأجل مسمى ولا نقول إلا ما يرضي ربنا ، إنا لله وإنا إليه راجعون.Innaalillaahi wa’innaa ileeyhi Raaji’uun Shekni beekamaan Hayyuun Addnyaa Islaamaa keessatti bakka guddaa qabu biyya ofiirra jiraachuu sarbamanii baqattu ta’anii biyya Turkii jiraataa turan shekh Abdulmajiid Al Zandaaniin Har’a ganama gara fuula Rabbi deemaniiru
Warri isaan ariyaa ture dachiin harra isaaniif bal’attus boru achima dhaquuf jiraatan.

21/04/2024

Jireenya kee keessatti gaaffiin baay'ee bu'uura ta'e "Ani eenyu.? Mul'anni koohoo maalii?!

Hojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha. Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha.
👉 Namoota gatii kee hin beekne irraa fagaadhu

Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!" Wiiliyaam Jeemsi

Misooma sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.

Telephone

Website

Address

Qumbii
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisa haqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Harar.