Fu'ad Tajuu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fu'ad Tajuu, Oromia, Harar.
With Culee Cullittii Mokkee – I just got recognized as one of their top fans!
05/03/2026
Faayidaa Qurunfulii.
**************************************
1. Dhibee dadhabina onnee ittisuuf.
2. Utaalloo/qufaa nurraa fooyyessuuf.
3. Zayitiin Qurunfullii (Clove oil) dhukkubbii jilbaatif furmaata.
4. Qulqullina afaanii eeguu keessatti foolii afaanii badaa balleessuf gargaara.
5. Baakteeriyaa ilkaan miidhun dhukkuba ilkaanitiif nu saaxilan dhabamsiisa.
6. Dhibee garaa ciniinnaa dhaabuf.
7. Dhibee garaachaa balleessuf.
8. Bokokuu ykn dhifamuu garaa ni ittisa.
9. Madaa ni qoorsa.
10. Dhiiguu irgoo ilkaanii ni ittisa.
11. Hanga cholesterol ni too'ata.
12. Marsaa dhiigaa fayyaalessa taasisuuf gargaara.
13. Anniisaa qaamaa dabaluuf.
14. Shubamuu gogaa qaama ittisuuf.
15. Seelota dhiigaa du'an qulqulleessuf.
Shaa'ii waliin, akkasumas damma waliin daakamaa isaa fayyadamaa!
Telegraaama Join gochuun Hi nan jedhaa❤
👇👇
https://t.me/naf37fspainbv
With Leesaan Taan Ahimad – I'm on a streak! I've been a top fan for 7 months in a row. 🎉
With Shūgūxîî Yēē Shāāshēē Lîîj – I'm on a streak! I've been a top fan for 9 months in a row. 🎉
Tarree hirmaannaa torbanii kan Arafat Sharaf irran jira.
21/01/2026
me
Waliin Famii A Brown – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 9f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
Harar
