New coffee Arabica
Coffee Arabica originated from #Ethiopia country #Oromia region #Jimma zone #Gomma woreda
26/04/2024
MANA CITAA
---------------------------------------
Osoo qorqoorroon hin dhufiin
Inni bara ammaa
Situ dura uumame
Sidha da'oon namaa!
Bara abboota keenyaa
Bara duraattiidhaa
Gamoof laameeraa miti
Da'oon namaa sidhaa!
Doktaraaf piroofeesara
Hedduutu si keessatti dhalatee
Qorqoorroof gamoo argee
Namuu oolmaa kee dagatee!
Qeerroon maatiirraa ba'ee
Jireenya yoo jalqabuu
Dursa si ijaarrannaan
Fudhaafuu shakkii hin qabu!
Maqaa mana jedhu
Dursa situ argate
Maqaan kee siif ragaadha
Namuu yoo si dagate!
Hamma maqaa kee geessa
Ati yaa mana citaa
Gamoof laameera angaafta
Atihoo hin qabdu gita!
---------------------------------------------
Warri mana citaa keessatti dhalattan ❤ tuqaa.
Waan hunda dursa ofiif bakka laadhu kan sirra sitti aanuu waan hin jireef! Of beekuun immoo kaayyoo kee galmaan gahuuf si gargaara!
12/11/2022
Bunaaf Nagaa hin dhabinaa!
Buna qulqullinni isaa eegame oomishuudhaan guddina diinagdee keenya dhugoomsuuf xiyyeeffannaan hojjatamaa jira.
12/11/2022
Coffee Arabica originated from country region zone woreda
Category
Contact the business
Telephone
Address
Jimma
AGARO
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when New coffee Arabica posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
