Jal Qanqee
Initially, he had left his journey from Ur and move on to the city
22/09/2026
Marroof gaaffiiwwan armaan gadii kanan qaba.
1.Faannoon diina guddicha Uummata Oromoo ta’uu hin beektuu?
2. Dheengadduma Wallaggatti morma obbolaa kee murtee eebootti hin fannisnee? Fannistee hin sirbinee?
3. Karoorri guddichi faannoo lafa wallaggaa kan goojjaam gochuu akka ta’eef maqaa isaas Bizaamoo akka jarri jette quba hin qabduu?
4.Ji’a tokko dura qonnaan bulaa qe’eef qabeenya irraa hin buqqisnee? Daa’immaniif dubartii jumlaan galaafachuu hoo hin beektuu?
5.Oromoota walloo nama dhukkubsatee mana yaalaa deemu ambulaabsii waliin gubuu isaanii hoo akkamiin ilaalta?
6. Amma dhuguma osoo milkaa’ee (Hin milkaa’uu male) lafa Oromoo walloof wallaggaa sana akka fudhatan tilmaamteettaa?
7.Abbootiin isaanii akka fayyaa Oromoo awwaalaa turaniifi harkaaf harma muran hoo ni dagattee?
Gaaffiin koo baay’eedha garuu, waan gabaabaa tokko sitti himuu jaallattus jibbitus Zammanee kaasee Caala Abiyyitu sitti aana. Wanti ati dagachuu hin qabne tokko garuu osoma Abjuun isaanii kun milkaa’ee kan jarri jalqaba dhabamsiistu si mataakee akka ta’e quba qabaadhu. Jarri siyaasaaf osoo hin taane dhiigaan Oromoo jibbiti waan ta’eef.
WARRII HAASAWA DHIIRAA BARBAADDAN
TOORARRATTII NU EEGAA
Obsi yaa garaa koo!!!
"
Eessa jirtas naan hin jedhin
Qoti jennaan qotee lafas qopheessee
Sanyiis facaaseen aramaas buqqisee
Askoo roobee guduruutti hambisee.
obsi Jal baraan ...bara baasee ......... .............................. .......... ................. .......................... ......
Category
Website
Address
Jimma
04
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Jal Qanqee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
