Abush showa

Abush showa

Share

Har'a hoo maal jedhu!

04/08/2026

FOLLOW DEEBISI HUNDI KEE β˜οΈπŸ‘ˆ

18/07/2026

Argeera jaalala kee πŸ«‚

24/06/2026

Ortodoksiin ifaa
Ortodoksiin badhaasa
Ortodoksiin dandii sirridha
Ortodoksiin jireenya

23/06/2026

With Urjii JM – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!β™₯️Jinjenaan akkasittan oole kaa har'a mmooβ™₯️
β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€
Taaksii keessatti teessoo duubaa irran taa'aa ture, fuuldura kiyyas dubara tokkotu ture inni akkuma dura ol-seeneen gad ta'ee ishii janajjanuu jalqabe.

Ana--hi qashtii.
Ishii-- koostar jette hi jetteen.
Ana-maali badde?
Ishii--humna ibsaa seenetani jette.
Ana--eessatti deemaa jirta?
Ishii--fula dura.
Ishii-- si gaggeessuu(qajeelchuu)?
Ishii-- ni badda dhiisi.
Ana- gandi keessaan eessa? ishii--misoomaaf Diigame.
Ana-wow mucciyyo ati taphattuu akkamiti.
ishii: lakkii leenjiftuudha.
Ana: bilbila ni qabda?
ishii: Network hin qabu.
Ana -hedduu natti toltee jirta.
ishii: Taksiirrahi.
Ana: harra galgala wak(walk) waliin demnuu?
ishii: ibsaan wan hin jirreef ni dukkanawa.
Ana- maloo wan tokko sitti himadhuu?
ishii:
waraaj waraaj waraaj jette,

Anis otuun isaan dhageefadhu of irraanfadheen yeroon ilaalu mana koo bira darbeetin jira taaksii biraatinan gala malee baayye fagaadheera
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Category

Telephone

Website

Address

Arjo
Nekemte
0908

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abush showa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Nekemte.