Ahmad nurmahammad

Ahmad nurmahammad

Share

Oduaddaadda

Photos from Ahmad nurmahammad's post 21/04/2022

Habiibi fillaah

21/02/2022

Muhadaraa Anaameeta galma calicalanqo tigodha olle

12/02/2022
Photos from Ahmad nurmahammad's post 09/02/2022

Baga gammade🏆✈️🏝

30/01/2022

Full time
Egbt 2_1moroco

Qaama saalaa dhiiraa guddisuu ! - bbcko.com 30/01/2022

Qaama saalaa dhiiraa guddisuu ! - bbcko.com Gaaffii: Dhuguma qaama saalaa dhiiraa guddisuun ni dandahamaa?Deebii: 50/50Qaamni saalaa dhiiraa xiqqaa kan jedhamu cm7.5 gadi gaafa tahudha.Dhiironni heddun waayee xiqqaachuu qaama saalaa isaanii dogooggoraan akka yaadda’an qorannoon agarsiisa. Yaaddoon kunis yeroo baayee hiriyoota waliin of bira...

123456 - paaswordiin kee hangam cimaadha? 30/01/2022

123456 - paaswordiin kee hangam cimaadha? Lakoofsa akka '123456', 'password123' ykn lakkoofsa bilbilaakee furtuu akkaawuntii itti seentu gootee fayyadamtaa? Akkas taanaa kunoo balaasaafi furmaataaf gorsa qindeessine qabnaati dubbifadhu.

28/01/2022

iddoon
Aalimni keenya guddaa Abbaa keenya
irratti salaatamu

‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️

Salaanni janaazaa guyyaa boruu sabtii
kan

yeroon irratti tahuu
namuu waliif dabarsaa waldhageessisaa

Majlisootni ilmiitiis hedduun isaanii afeeramanii jiran waan taheef dirree malee masgiidni tokkolleen
nama hin fuudhu jadhamee waan yaadameef.
dirreen iidaa filatame.

MAJLISOOTA AFEERAMAN KEESSAA MURAASNI

1/Majlisa Sheek Ahmad watar
2/ kan sheek Aadam tuulaa
3/kan sheek Abdulaxiif mattaan
4/ kan sheek Muusaa su'aalaa
5/kan kan Haaji yuusuf Hunbannaa
6/ sheek Usmaan durrii
7/kan sheek Abdallaa ija ginnaa
8/kan sheek jamaal Abdullaa hassan
9/ sheek jamaal bashiir
10/Sheek mohammad Arroolee
11/ sheek sharaf saamte
12/kan sheek Aliyyii fallaanaa
13 kan sheek Hassan ( sheek ilyaas)
14/ kan sheek jamaal Eeguu
15/ kan sheek Ahmad toofiq
16/sheek Nuuree
17/sheek mahammad ganda buubbee
18/sheek yaqiin
19/ sheek qaasim dirreedhawaa
20/sheek Jaabir
21/ sheek bayaan waahil
23/sheek bayaan karroo
24/ shek Aliyyii mahammad laangay
25/ sheek fu'aad sheek yuusuf
Ulamaaota magaalaa dirree dhawaa tiifii du'aatota
dabalatee akkasuma barsiisotaafii barattoonni
hedduun niarkaman.

Rabbiin nagayaan isin fidee nagayaan isin haa galchu.
sheeka keenyaafiis rabbiin rahmata haa godhu.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Shashemene?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Hararge
Shashemene
GENEMAAFGALGALA