Jaarraa Abbaa Gadaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jaarraa Abbaa Gadaa, Health/Beauty, Oromiyaa, Shashemene.
29/07/2025
Wabiin daangaa Oromiyaa Mootummaadha male Finxaaleeyyii miti.
Fakkeessituun maqaa ummataatiin siyaasa ishee daldaluuf gabaa baati. Quuqamaa of fakkeessitee maqaa daangaatiin shira oofti. Dhimmi daangaa Oromiyaa fi Soomaalee dubbii baroota lakkoofsise, aarsaa hedduus kaffalchiisee har'a qaqqabedha. Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma daangaa irratti araarama male hojjataa jira. Dantaa uummataa irratti qaama kamiinuu hin araaramu. Lafti Oromoof Oromiyaa taakkuun hin sharafamu.
Shirri baandaawwaniin gaggeeffamu, carraaqqiin ummata nagaa walitti buusuuf taasifamu goonkumaa hin milkaahu. Wabiin daangaa keenyaa mootummaa keenya!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Shashemene
