Gada beauty
Gada beauty is found at shashemene halaba entrance road we surve you your need and want if you come
Rabbiin waan keessan haa Dubbatu guyyama Hardhaa!!!
Eessa llee hin geetu Worri siin jedhaa Turan yoo ati galma kee geetu baga Geette siin jechuuf sirratti wol fixu.
Yaa ilma namaa!!!
29/01/2024
Duuba kee deemaa waayee kee odeessu taanaan afoo isaanii akka jirtu bar!!!
09/10/2023
Greatest festival in Africa.
Ansewer = irreechaa.
The greatest person in Africa
Ansewer= Jawar Mohammad.
Best photo of irreechaa festival 2023
10/08/2023
Tuuristootni kun kiiloo afur galuuf
Daabboo bitataa jiru.
Kkkkk maaloo pagii tana sheer naaf godhaa.
05/08/2023
Kiiloo afur galuun akka gadaamii galuu salphaa Itti fakkaate moo Jara.
Worra Kiiloo afur galla jedhu kana mee Ilaalaa hizb Keenya. Kkkkk kkkkk uuuu.
27/07/2023
Just think it all of us are pending
For closure.
Biyyeen sitti haa salphatu kaa maal godhuree waakni woma kaleessa hojjataa ture Ammallee hojjachaa jira.
21/07/2023
The sound of soundless.
Jabaa ofii jabeesuudha.
Namni Isa qeequ nama Isa hin beekne
Natti fakkaata.
19/07/2023
Qe'ee Oromoo kaleessaa♥️♥️
08/07/2023
Afaan Oromoo hundee oromummaa!
Click here to claim your Sponsored Listing.
