Billo misha
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Billo misha, Health/Beauty, Dhaka.
Caalaa waan uumamee
muhammad amiini
sirra haa jiraatu
negeenyiif rahmanni
اللهم صل على سيدنا محمد
Alahmdulilaah yaa rabbi
Salaatni Furmaata waa Hundaati!
Rasuulli Rabbii ﷺ Yeroo Wanni tokko isaan Yaachise Gara Salaataati Ariifatan.
Irreen Keenya Irreecha Osoon taane ALLAH☝️ Qofa kalaas
_
Rabbiin Soomana Keenya Ka Somanne nurraa Haa qeebalu
Boriif osoo hin tααne hαr'ααf jirααdhu.
☞︎︎︎"Beekaamuuf Osoo hin taanee beekaa Ta'uudhaaf hojjadhuu!"
Namni kaayyoo ofi beeku
jaalalaan hin kufu
kaayyoo isa galmaan ga'uuf kufa male
26/04/2023
Masha Allah ❤️ ❤️ ❤️
Category
Website
Address
Dhaka
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Billo misha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
