Gaara Gullisoo
Jesus is love
MURTII GUUTOO PROTESTANT TA'ES DHIISES WAAN NUUF GODHU TOKKOYYUU
HIN QABUπ€RAKKOO
NAMAA HIN QABNU
ARGADHUS DHABUS
NYAADHEE QUUFUS
BEELA'EE AGABUU BULUS
ATI ANAAF WAAQAππβοΈ
DHABUS ARGADHUS
NYAADHEE QUUFUS
BEELA'EE AGABUU BULUS
ATI WAAQADHAππβοΈβοΈ
Waanuma dandeenyun Uummata keenya Walloo cina haa dhaabbannu.
Baankii Gamtaa Oromiyaa (COOP)
1000093278376
A/ Feta haji Mohammed
A/ Letif Taha Mohammed
Mustefa Bahiru Mohammed
03/02/2024
!!
Uggurriin Daandii fi Lagannaan gabaa Guyyaa shaniif ture, amma sa'atii 12:00 irraa eegalee kaafamee jira!!
Ibsa Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibua waliin wal qabatee kanneen eeyyamaman;
Gabaa
Manneen daldalaa.
Manneen Nyaataa
Hojii Mootummaa
Baankii
Mana barumsaa
Daandiin Oromiyaa keessaa fi Finfinneetti geessu.
Finfinnee irraa meeshaalee gara Oromiyaatti geessuun ni danda'ama
Kanneen Labsii kanaan uggura jalatti hafan (Hin eeyyamamne)
Loon, Midhaan, Hoolaa, Re'ee, Lukkuu Oromiyaa keessaa gara magaalaa guddoo Oromiyan Finfinnee geessuun hin danda'amu.
Labsii ba'e kana da'oo godhachuun abbootiin qabeenyaa gatii fe'umsa konkolaataa uummalatti dabalkan akkasumas kanneen manneen daklalaa qabdan gatii meeshaaleetti dabaltanii gurgurum irraa akka of qusattan koreen QBO cimsee isin hubachiisa. Diddaan Uummataa sirna cunqursaa irratti godhamu hanga sirnicha hundeen buqqaasuun bilisummaa fi walabummaa ofii mirkaneeffachuuf waamicha isiniif godhamutti keessatti dursitanii qophaa'uun akka jabinaan irratti hirmaachuun sirna faashistii bilxiginnaatti xumura itti gootan dhaammanna.
Oromiyaa irratti mirga abbaa biyyummaa guutuutti goonfachuuf, Oromiyaa kan Oromoo taate, kan keessatti mirgi saboota biroo akka kabajamu, deebii shamfamee fi bubbulee osoo hin taane guutuu isaa amma barbaanna!
Injifannoon Uummata Oromoof!
Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa
Guraandhala 2, 2024
Finfinnee, Oromiyaa
29/01/2024
GAMMADAA SHOW
MOONET SHOW
QAANQEE SHOW
Show be show ta,eekaa barri
keenyaπ€£π€£
10/01/2024
- Finfinneetti dhalatee guddate
- Ijoollummaarraa kaasee bakkaafi naannoo keessatti dhalate kanatti warra alagaa waliin guddate.
- Hojii aartiitti erga seenee boodas Afaan Amaaraatiin hojjechaa ture.
- Koomeedii isaa namni hin jaallanne hin turre. Kan Afaan Amaaraa beekuufi hin beekne hundatu barbaadee isa daawwata
Jarri boodarra Oromoo taβuusaa hubannaan ija dalgaan ilaaluu eegalan. Oromoo taβuusaa qofaaf jibban. Innis carraa argate hundatti fayyadamee Oromummaa isaa ibsachuufi leellisuu jalqabe. Oromummaa isaan akka boonu, Oromummaan miidhaginaafi kabaja akka taβe carraa miidiyaa argate hundaan dubbate.
Lij Yared xiiqiidhaan eenyummaasaatti ciche. Afaan Oromoo yeroo gabaabaa keessatti barate. Hojii koomeedii isaas afaan Oromootiin dhiyeessuu eegale. Jarri alagaa murtoosaa kanatti baayβee aaranii maqa balleessiifi arraba addaa addaa itti roobsuu eegalan. Inni garuu takkaa duubatti hin deebine. Eenyummaasaa ganamaa, kan abbaafi haadhasaatti citee hafe!
Garuu tuttuqaan arrabaa tasa irraa dhaabachuu dide. Yeroo hunda carraa miidiyaa qabanitti fayyadamanii isa arrabsu. Innis sababa arraba kanaatiin aarii guddaarraan kan kaβe yeroo darbe deebii laachuuf jedhee jechoota addaa addaa dubbate. Arrabas fayyadame.
Waan dubbatetti gaabbee yeroodhuma sana deebiβee dhiifama gaafate. Kun bilchina guddaadha. Namni tokko balleessee balleessaa isaaf dhiifama gaafachuu caalaa maal godha? Lubbuu namaa hin ajjeesne, qabeenyaa namaa hin gubne, qaama namaa hin hirβisne. Ni dubbate, dhiifama gaafate!
Biyya abbaan barbaade akka fedhe nama arrabsee, abaaree, xibaaree laphee dhiibee jiraatu keessatti kan Lij Yaared maaliif adda taβe? Maaf hadhaaβe?
Hiidhaatti darbatame. Reebichi hamaan irra gaβe, itti dhaadatame. Kan inni itti baqate Oromoodha, garuu kan dhufee manaa isa qabe, kan isa reebeefi itti dhaadate alagaadha. Akkamitti taβe?! Baayβee nama dhiba!
Erga hidhamee jiβa shan guutuu murtoo tokko utuu hin argatiin mana hidhaatti rakkachaa jira!
Utuu akkuma durii alagaatti gal
πΎπππ¦π¦πππ πΎπππ¦π¦ππ πππππππ
πππππππ’π’π‘π πππππ ππππ¦π¦ππ πππππππ π¦ππ πππππ πΊπππππππ πππ‘πβοΈβοΈβοΈπππ’πππ ππππππππ π βππ ππππ πππππ
ππππππππ
15/11/2023
HAWWIIN KEENYA KANUMA
15/11/2023
Mariin araaraa mootummaa Itoophiyaa fi ABO-WBO jiddutti adeemsifamaa jiru marii gaafii ummata Oromoo deebisuu fi nageenya waaraa Oromiyaa keessatti argamsiisu ta'u qaba jedhan namoonni Oromiyaa irraa OMNf yaada kennan.
Waraana dhiiga dhangalaasisaa waggoota shanii booda mariin ajajoota olaanoo ABO-WBO Marroo Dirribaa fi Gammachuu Abbooyyee akkasuma qondaala Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Geetachoo Guddinnaa dabalatee, Gorsaa nageenya Ministira muummee Ambaassaddar Reediwaan Husseen, Ministira haqaa Doktar Geediyoon Ximooxiyoos hirmaachise Taanzaaniyaatti adeemsifamaa jira.
Mariin araaraa Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jiru araara gaafii ummata Oromoo deebisuu fi rakkoo nageenyaa Oromiyaa xumura itti godhu taβu akka qabu namoonni Baalee Roobee fi Adaamaa irraa dubbifne himan.
Jiraataan magaalaa Roobee irraa OMN dubbise mariin araaraa ABO-WBO fi mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jiru kana irraa ummanni Oromoo nageenyaa, tasgabbii, waligaltee waaraa eegaa jira jedha.
Qaamoleen lachuu marii gaafii Oromoo deebisuu dandaβuu fi Oromiyaa keessatti nagaa fi tasgabbii fiduu dandaβu adeemsisuu qabu jedha.
Ummanni Oromoo miidhama siyaas-dinagdee fi hawaasummaa cimaa keessa jiraachuu kan eere jiraatan Baalee Roobee, rakkoo siyaas-diinagdee fi hawaasummaa kana keessaa ummata Oromoo baasuuf marii kana irratti kutannoon qamolee lachuu murteessaadha jedha.
Magaalaa Adaamaa irraa jiraataan yaada isaa OMNf kenne, ummanni Oromoo marii kana irraa abdii waliigaltee eegaa jira jedha.
Mariin kun ajjeechaa, hidhaa jumlaa, reebicha, buqqaatii fi haleellaawwan garagaraa dhuma kan itti godhu taβu qaba kan jedhu jiraataan magaalaa Adaamaa irraa yaada OMNf kenne, garuu ammoo marichi marii gaafii ummata Oromootiif deebii laatu taβu qaba jedha.
Ajajni olaanaan ABO-WBO ibsa kaleessa waaree booda baaseen, qondaalonni olaanoon Waraana Bilisummaa Oromoo mariif gara Taanzaaniyaa imaluu ibsee, marii nageenyaa fi mirga ummata Oromoo kabachiisuu a
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
Adama
