Bubbee -AMN TV

Bubbee -AMN TV

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bubbee -AMN TV, Health/Beauty, finfinnee, Addis Ababa.

Dhandhama Bubbee Kutaa 3ffaa Keessaa 22/03/2026

Dhandhama Bubbee Kutaa 3ffaa
Daawwadhaa!

Dilbata Sa’atii 12:00 Irraa Eegaluun, Akkasumas Kibxata Galgala Sa'aatii 3:00tti Irra Deebiin, Karaa Foddaa TV, Chaanaalii AMN PLUS Isin Bira Gaha.

Akkasumas Yuutiyuubii AMN-Afaan Oromoo Irratti ni argattu

follow, like, share

πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½

Dhandhama Bubbee Kutaa 3ffaa Keessaa Siitkoomii Bubbee Dilbata Dhufu Sa'aatii 12:00tti Dhiyaaturraa Dhandhamaa. AMN Afaan Oromoo ​ ​ ...

16/03/2026

Galatoomaa! Bubbee Kutaa 2ffaan Yuutiyubii Keenya "AMN - Afaan Oromoo" Irratti Sa'aatii 24 Osoo Hin Guutin Namoota Kuma 100'n Daawwatameera!

Ammallee Warri Isin Jala Darbe Liinkii Kanaan Seenaa Daawwadhaa
https://youtu.be/uwEyIJMtBlU

Irra Deebiidhaan Kibxata Galgala Sa'aatii 3:00tti AMN PLUS Irratti Tamsa'a. Hordofaa!

Bubbee S1E2 | Shakkii | 2026 | AMN Afaan Oromoo 15/03/2026

Bubbee kutaa 2ffaan gad dhiifameera daawwadhaa πŸ”₯

Follow, like, share gochuu hin dagatinaa

Bubbee S1E2 | Shakkii | 2026 | AMN Afaan Oromoo Siitkoomii Bubbee Kutaa 2ffaa - AMN Afaan Oromoo ​ ​ ...

14/03/2026

Bubbee dilbata dhuftu. πŸ”₯
Bubbee -AMN TV
AMN-Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo

11/03/2026

Bubbee πŸ”₯
Bubbee -AMN TV
AMN-Afaan Oromoo
follow, like, share gochuu hin dagatinaa

Bubbee S1E1 | Jiituu | 2026 | AMN Afaan Oromoo 08/03/2026

kunoo tokko jennee jalqabneerra
seenaa daawwadhaa ittiin bohaaraa.
Bubbee -AMN TV
AMN-Afaan Oromoo

Bubbee S1E1 | Jiituu | 2026 | AMN Afaan Oromoo Bubbee S1E1 | Jiituu | 2026 | AMN Afaan Oromoo ​ ​ ...

07/03/2026

BUBBEE
Astamaari mokonnon Hojii kana dura itti isa beektan irraa, wanta adda ta’een dhufeera…
AMN Afaan oromo Irratti Dilbata waaree booda Sa’atii 12:00tti ittiin bohaaraa.
mee maal yaaddu?

07/03/2026

BUBBEE
Dilbata 12:00 tti
Irra Deebii - 2:30 tti.
AMN-Afaan Oromoo
Bubbee -AMN TV
Itti dhiyaadhaa !!

05/03/2026

Bubbee coming soon...
follow, like and share

04/03/2026

Diraamaa Bubbee yeroo hundumaa dilbata
follow, like, share gochuudhaan nu hordofaa
Bubbee -AMN TV
AMN-Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo

Category

Website

Address


Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bubbee -AMN TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.