Tesfaye Adugna Gadisa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tesfaye Adugna Gadisa, Health/Beauty, Addis Ababa.
Bara kamuu Waaqayyoo sirriidha.!
Waan Waaqni fi barri fide teenyeetuma ilaallakaa dhumasaa.
Waan dubbannu biraa nutti galus
Calliisuun filannoo hin qabu.
Barichi nuuf bitaa galus Waaqayyoof garuu yeroo hojiitii.
Kolfi ilkaan malee
Deemsi karaa malee
Dubbiin Gita malee
Hin bareedu.!!!!
16/07/2023
15 Inni isin waame qulqulluu akkuma ta'e, isinis adeemsa keessan hundumaan qulqulloota ta'aa!
16 Inni caaffata qulqullaa'aa keessatti,
“Ani qulqulluu waanan ta'eef,
isinis qulqulloota ta'aa!” jedheera.
📕 1Phexros 1:15-16
28/04/2022
Namni Eenyummaa ofiisaa beeku Kan Ormaas tolchee Beeka.
Category
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Tesfaye Adugna Gadisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
