Qoricha Hattuu

Qoricha Hattuu

Share

Fuuldurri keenya ifaa dha

06/06/2026

🇪🇹
Ati Goota Abbichuu👌👌👌

05/06/2026

በትክክል ነው እህቴ ���

28/05/2026
17/05/2026

13/05/2026

Giiftii warra baha biiftuu👑

13/05/2026

����

13/05/2026

?
Nadhii Gammadaa Eenyutu Ajj°`see?
Rakkoon siyaasa Oromoo duubatti gototuu fi hawaasni keenya akka wal gaarrefftu, wal jibbu, wal baqatuu fi wal shakkaa jiraatu taasise rakkoo saba guddaa osoo hin taane rakkoo warra anatu siif beekaa, anatu sirra beekaa, ana malee siyaasni, jiruun, hojiin, sabboonummaan siif hin qajeeluu, ana malee warri kaan gant°uudha ilaalcha jedhu qabatee warra jaaredha.

Waa'ee Baaroo Tumsaa akkaataan kaleessa nutti himaa turabii fi har'a dhaga'aa jirrus asumarraa madda. Kunoo har'a waldhabdeen Baaroo Tumsaa fi Badhoo gidduu waan tureef Badhoon Baarootti dhukaasuu fi madeessuu dhageenye, kana malees Badhoon akka Baaroo dura lubbuun darbes barree jirra. Dhukaasa badhoon baneen baaroon wareegamuu kitaabichi seenesseera. Garuu Badhoon baaroo dura du'us rasaasa eenyu dhukaaseen akka wareegame hin ifoomne. Sanuu ammoo isatu dura wareegame. Maaliif?? Deebii sirrii barbaada.

Erga kana caafii ishee dhageenye amma Jaal Nadhii Gammadaa eenyu ajj°°eese? kan jedhuufis ifa gochuu qabu. Dhimma kana kan beeku namoota yeroo sana ture waan ta'eef seenessi "achi buuteen isaa dhabame" sun ka'ee abbaa argachuu qaba.

Dhaaba kana keessatti waggoota 50 oliif kanatu rakkoo ta'aa ture jiras. Nutillee kanuma hubachuun dhaabichi Oromoo akka hin fayyanne gadi fageessinee xiinxallee himne. Uummanni keenya waan kana sirriitti hubachuu qaba.

Uummanni keenya amma dammaqee warra anatu siif beeka jedhu adda baafachuun si miti dhimma kiyya anumatu beeka, abbaa naaf ta'us anumatu beeka jedhee waan har'a wareegama ilmaan isaan argate jabeeffachuu, tokkummaa isaa cimsuu, jaalalaan waliin jiraachuu gabbifachuu qaba. Dhimma murnoota maqaa isaan gurmaa'anii socho'anii gadi taa'ee ilaaluu qaba.

Filannoon nuti qabnu tokkoomne ijaafamnee miira wal qoodinsaa keessaa baanee duudhaa sirma gadaa keenyaan gabbifachuun wal mararfannee ijaarsa biyyaafi sirnaa eegalame utubuudha.

02/05/2026

Pretty talented actress ❤️

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa