Sabrina Jamal

Sabrina Jamal

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sabrina Jamal, Health/Beauty, Addis Ababa.

Photos from Sabrina Jamal's post 13/06/2026

Jaalalli humna guddaa addunyaa kana keessatti namoota walitti fiduudha.❣️..

13/06/2026

Foontu Foonii Dhiigaa
Alagaan Xannachaa
Fuudha Heerumaanis
Numaatuu Wal Bareechaa
Jiruuf jireenya Koo Siituu
Naa dagalchaa.
Sabbootuu Si wajjiin
Ayaatoo Biqilchaa.

12/06/2026

Biyyaa lafa kana keessatti Namoonni miidhama jiraatan gosa 4tti jira

1, Namoota namaaf yaadan.

2, Namoota garaa Namaaf laafan.

3, Namoota Amanan.

4, Namoota nama jaalattan.

An ofirratti Arge😌

Photos from Sabrina Jamal's post 08/06/2026

Hirribni Na hin qabuu Gadumaan ciisaa.
mikooluma Godhii. Siifiin Deebiisaa.!

08/06/2026

Yoo jaalalaan qabamte Imimmaniif illee qophaa'i Imimmaan kennaa jaalalaa isa dhumaa waan ta'eef..

08/06/2026

Qawwee qabatanii yeroo barbaachisaa
Ta'etti dhukaasuu dhabuun qawwee
Qabaachuu dhabuu wajjin
Garaagarummaa hin qabu
👌🤝👌
Dhimichii wayee Qawwee mitii......................ttii malee✌️🤌

Photos from Sabrina Jamal's post 08/06/2026

Soddaa Keenyaa Jaallatamaafii
Kabajamaa Yaada irraa kennuun
dhorkaadha Safuudha Harargee tiyyaa.!

08/06/2026

Dhiirti An Bareedadha Jettu Suuraa Keetii fi Lakk bilb. Commenti jala naaf kaayi.

16/05/2026

‎Ijoollee Warra Galaan
‎Korommii Gullallee
Ilmaan Tuulamtichaa
Kan walakkaa Baane
‎Hora Finfinneerraa kan
Hiddaan Buqqaane
‎Harras Isin Simanna
‎Yoom Gomattuu Taane

https://youtu.be/ayvlFp4rteo?si=5w4DpplIGdLXdNJK

07/05/2026

tun tanuma❤️🙏🏽

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa