Ayyuu Tefera

Ayyuu Tefera

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ayyuu Tefera, Health/Beauty, Addis Ababa.

Photos from Ayyuu Tefera's post 19/12/2025

Hello jedha ajajadha๐ŸŽ0935074198๐Ÿคณ

Photos from Ayyuu Tefera's post 08/05/2024

๐Ÿ“ž๐Ÿ“žโ˜Ž๏ธ0935074198 onlinedhan ajajachuu dandeessuu ๐Ÿ“ž

Photos from Ayyuu Tefera's post 01/05/2024

Wareen kootii dhedheeraa fetaanif akka fedhaa keessaniti ajajachuu dandeessuu๐Ÿ•บ๐Ÿ•บ๐Ÿ’ƒ๐Ÿ’ƒ๐Ÿ’ƒ๐Ÿ•ด๏ธ

Photos from Ayyuu Tefera's post 18/03/2024
Photos from Ayyuu Tefera's post 24/01/2024

Nu bira argachuu dandeessuu๐Ÿ“ž๐Ÿ“ž๐Ÿ—ฃ๏ธ๐Ÿ’…๐Ÿ’ƒ๐Ÿ’ƒ๐ŸŽ๐Ÿ‘ ๐Ÿ’„๐Ÿ‘Ÿ๐Ÿ‘œ๐Ÿ‘›๐Ÿ‘œ๐Ÿ‘ก๐ŸฅฟBayush Tefera

Photos from Ayyuu Tefera's post 10/11/2023

๐Ÿ“ž๐Ÿ“ž๐Ÿ“ž09-35-07-41-98

03/11/2023

Qofummaan hiree ke miti!
โœ๏ธ
Maal irraa akka kufte yaadadhu!
Dhalli namaa wayituma dhalatee kaasee of dandaโ€™udha!
Hirkattummaan garuu hiyyummaa sammuun namatti dhufa!

Jireenya ke keessatti namni barbaachisaa dha!
Garuu murteessaa miti!
Na caqasi;
Utuu of hin argatiin nama hin argattu!
Qofaa taโ€™uun of dhabuu irraa eegala!

Fedhiin yaadaa galaana garuu gingilchaatti waraabda!
Hawwii lubbuu fi barbaacha foonii walitti makta!

Dhagaa kana lamaan gidduutti jireenyi ke daakama!
Qarshiin qoricha malee nagaa hin bitu akkuma jedhani;
Yeroo akkasii kana yaaduma ke keessatti walgaโ€™ii taaโ€™i!
Ofitti araarami!

Cimina ketti cichi!
Dogoggora ke irraa baradhu!
Wallaalummaan kennaa miti!
Mudannoowwan ke iyyu siโ€™iif kitaaba!
Isuma dubbisii!

Nama barbaaduu irra namaaf barbaachisi!๐Ÿ˜‡

Photos from Ayyuu Tefera's post 03/11/2023

Kunis jiraa๐Ÿ“ž๐Ÿ“ž

Category

Website

Address


Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayyuu Tefera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.