Aliyyi jafer
Uiiuuuiuiiiij
09/06/2026
"MAALIIF QORMAATA KUFTE?!" 😡😤
Gaafii tana barsiisaa tokkootu kanaan dura barataa isaa tokko dhiphisuuf gaafate ture. Garuu, deebiin baratichi kenne barsiisicha jecha dhabsiise! 😂👇
Barsiisichi ija itti baasee "Maaliif qormaata kufte?" je'ee gaafate. 👨🏫
Barataanis tasgabbii fi amantaa guutuun akkana je'ee deebiseef: 😎
"Yaa barsiisaa koo, badiin kiyyaa miti! Herrega sirrii siif haa kannuu; Waggaa keessa guyyoota 365 qofaatu jira:
🕌 1. Guyyoonni Jimaataa (52): Guyyaa Ibaadaati, eenyutu guyyaa kana barata?
Kanaafuu (Guyyoota 313 tu hafa)
☀️ 2. Boqonnaan Bonaa/Gannaa Guyyoota (60): Ji'a Lameen Boqonnaa kana barachuun seera dhabummaadha! Kanaafuu (Guyyoota 253 tu hafa)
🛌 3. Hirriibni (Sa'aatii 8 guyyaatti): Hirriiba qofaaf Waggaatti guyyoota 122 Dhuma. (Guyyoota 131 tu hafa)
⚽ 4. Taphaaf (Sa'aatii 1 guyyaatti): Fayyaa qaamaatiif gaariidha, kun immoo guyyoota 15 dabalata. (Guyyoota 116 tu hafa)
🍽️ 5. Sa'aatii Nyaataa: Ciree, laaqanaa fi irbaata sirriitti alanfatanii nyaachuuf waggaatti guyyoota 19 fudhata. (Guyyoota 97 tu hafa)
🗣️ 6. Haasaa (Sa'aatii 2 guyyaatti): Namni uumama hawaasummaati waan ta'eef, kun immoo guyyoota 15 jalaa fudhata. (Guyyoota 82 tu hafa)
📝 7. Guyyoota Qormaataa: Waggaa keessaa yoo xiqqaate guyyoota 45 qormaataan dhuma. (Guyyoota 37 tu hafa)
🎉 8. Ayyaanota: Guyyoota boqonnaa fi ayyaana amantii, sabummaa fi biyyoolessaa 10 qabna. (Guyyoota 27 tu hafa)
🤒 ** 9. Dhukkuba:** Ani nama, nan dhibama! Kunis Yoo xiqqaate waggaatti guyyoota 7. (Guyyoota 20 tu hafa)
📺 10. Bohaartii fi Daawwannaa: Guyyaatti sa'aatii tokkoo fi daqiiqaa 15 boohartiif daawwachuun guyyoota 19 nu jalaa fudhata. (Guyyaa 1 qofatu hafa)
...Guyyaan tokkichi hafe kun immoo GUYYAA DHALOOTA KIYYAATI! Duuba guyyaa dhaloota kiyyaa kabajuu dhiisee barumsaaf nan gubaa? Kun waan hin taane" je'een. 🎂🥳😂
Barsiisichi afaan qabatee, onneen isaa dhaabbachuu geessee akkana je'een: 😳🤯
"Rakkina si qunname kana hunda booda...kunuu Gahaadha! Ati dabartee jirta!" Je'een. 🏃
20/05/2026
rabbiin hajaa tee tan ati yaadaa jirtu ammumatti sihaa furu
14/05/2026
Mucaa Qaxalee Kana maqaan isaa Eenyu mee
17/04/2026
Yaa habibi koo Baga rabbiin similkesee rabbiin Bakka Ati itti demtu bootaa ᴹᴵᴸᴷᴵᴵ sif haagodhuu Suheybii Yaasiin 🛩🛩🛩
08/04/2026
Aboo Duuba! Namticha kana moo
05/04/2026
Ustaaz Anas Mohammed Idris baga Rabbiin lubbuu tee oolche🥲
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Harar
Addis Ababa
