Waliif Health Care SC

Waliif Health Care SC

Share

WALIIF was established four years back by 28 founders as saving and credit cooperative society and

02/07/2026

Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Bizinasii Waliif Sagantaa Arjooma Dhiigaa Taasisee.

Oduu Waliif TV (Adoolessa 2/2026) Finfinnee

Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Bizinasii Waliif Ejensii 'TVET' Naannoo Hararii waliin ta'uun,Sagantaa Arjooma Dhiigaa milkaa'inaan gaggeessee jira.

Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Bizinasii Waliif Ejensii 'TVET' Naannoo Hararii waliin ta'uun,hojii itti gaafatamummaa hawaasummaa fi tajaajila hawaasaaf qabu cimsuuf Sagantaa arjooma dhiigaa milkaa'inaan gaggeessee jira.

Hojjettoonni fi barattoonni koolleejjichaa mootummaa fi hawaasa isaanii tajaajiluuf fedhii fi jaalalaan walitti dhufuun Yuunitii dhiigaa 35 arjoomaniiru.

Arjoomni dhiigaa kun lubbuu namoota baay'ee baraaruuf, akkasumas dhukkubsattoota dhiiga hatattamaa barbaadaniif kan tajaajiluudhaa jedhame jira.

Dhaaddannoo "Dhiigni Koo Carraa Lammaffaa Nama Tokootiif Ta'uu Danda'a." jedhuun Hojjettoonni fi barattoonni
tokkoon tokkoon isaanii dhiigaa kan arjooman yoo ta'an,arjoomni dhiigaa kun abdii, jaalala namummaa fi carraa jireenya itti fufu nama biraatiif kan kennu ta'u himamee jira.

Sagantaan arjooma dhiigaa kun hojiiwwan hawaasa tajaajiluu keessaa isa ijoo yoo ta'u, Koolleejjiin Waliif ogeessota gahumsaan qophaa'an qofa osoo hin taane, lammiilee itti gaafatamummaa hawaasummaa qaban, namoomaa fi tajaajila hawaasaaf of kennan horachuuf kutannoo cimaa qabaachuu isaa mul'isaa kan agarsiisuudha jedhame jira.

Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Bizinasii Waliif milkaa'ina sagantaa kanaatiif Ejensii 'TVET' Naannoo Hararii, arjoomtoota dhiigaa hunda, koree qindeessitootaa, ogeeyyii fayyaa fi namoota qooda isaanii bahatan hunda galateeffatee jira.

Girmaa Guddisaan

Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf๐Ÿ‘‡
Facebook- www.facebook.com/WALIIFTV
Youtube- www.youtube.com/
Telegram- https://t.me/waliiftvofficial
Tiktok- www.tiktok.com/
Waliif TV Ilaalcha Haaraa

01/07/2026

Tajaajila Laaboraatorii ammayyaawaa bu'aa qorannoo amansiisaa waliin Giddu-gala Qorannoo Addaa Laboraatoorii Waliiftti argattu.
แ‹จแˆ‹แ‰ฆแˆซแ‰ถแˆช แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แŠจแŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆ›แŠ แ‹แŒ แ‰ต แŒ‹แˆญ แ‰ แ‹‹แˆŠแ แŠ แ‹ตแ‰ซแŠ•แ‹ต แ‹ฒแ‹ซแŒแŠ–แˆตแ‰ฒแŠญ แˆ‹แ‰ฆแˆซแ‰ถแˆช แ‹ซแŒˆแŠ›แˆ‰::

Tajaajila yaala fayyaa hundaa ispeeshaalistoota fi sab ispeeshaalistoota gahumsa olaanaa qabaniin kennina
Fayyaa Taโ€™aa!
Teessoon 1: Magaalaa Balee Gobba, Hospitaala Rifiiraala Gobba fuulduraatti argamna
Teessoon 2: Magaalaa Harar Hospitaala Hiwot Fana fuulduraatti argamna
Lakk bilbilaa: +251 90 277 75 55
+251 95 152 70 83
+251 97 502 88 88

Website: https://waliifhc.com
Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=100064146424689
Telegram: https://t.me/waliifhc1
Tiktok: https://tiktok.com/.health.care.s.c
Instagram: https://instagram.com/waliifhealthcaresc?igshid=YWYwM2I1ZDdmOQ==

Giddu-gala Qorannoo Addaa Laboraatoorii Waliif
Fayyaa Ta'aa!

30/06/2026

๐Ÿ’Š Your Trusted Medicine Supply Partner!

At Waliif Medicine Wholesale, we are committed to delivering quality medicines, reliable healthcare products, and exceptional service to pharmacies, clinics, hospitals, and healthcare providers.

โœ… Genuine & Quality-Assured Medicines
โœ… Competitive Wholesale Prices
โœ… Fast & Reliable Delivery
โœ… Customer-Focused Service

Choose a partner that cares about your health and business growth.

๐Ÿ“ Finfinne (A.A), Around Pastor Square
๐Ÿ“ž 09 86 56 56 56 | 09 47 10 11 12

Waliif Medicine Wholesale โ€“ We Care About Your Health!

29/06/2026

Raabsaa Meeshaalee Waldhaansa Fayyaa Waliif meeshaalee yaala Waldhaansa Fayyaa qulqullina sadarkaa isaa eeggate gatii madaalawaan isiniif dhiheessee jira. Namoonni dhaabbata keessaniifis ta'e dhuunfaan bitachuu barbaaddan toora bilbilaa armaan gadiin nu argachuu dandeessu.
09 88 46 46 46
09 75 02 66 66

แ‹‹แˆŠแ แ‹จแˆ•แŠญแˆแŠ“ แˆ˜แˆณแˆชแ‹ซ แˆ›แŠจแ‹แแ‹ซ แŒฅแˆซแ‰ฑแŠ• แ‹จแŒ แ‰ แ‰€ แ‹จแˆ•แŠญแˆแŠ“ แˆ˜แˆณแˆชแ‹ซแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แ‰ฐแˆ˜แŒฃแŒฃแŠ แ‹‹แŒ‹ แ‹ซแ‰€แˆญแ‰ฅแˆ‹แ‰ฟแˆ::แˆˆแŒแˆ แ‹แ‹ญแŠ•แˆ แˆˆแ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แˆˆแˆแ‰ตแˆแˆแŒ‰ แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‰ฃแˆˆแ‹ แˆตแˆแŠญ แ‰แŒฅแˆญ แˆแ‰ณแŒˆแŠ™แŠ• แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰น
09 88 46 46 46
09 75 02 66 66

Address:Finfinne (A.A)Around Pastor Square.
https://maps.app.goo.gl/EvvoZbqn8HvJxSNy9

Website: https://waliifhc.com
Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=100064146424689
Telegrfam: https://t.me/FDENEsnN045mOGI0
Tiktok: https://tiktok.com/.health.care.s.c
Instagram: https://instagram.com/waliifhealthcaresc?igshid=YWYwM2I1ZDdmOQ==

23/06/2026

๐Ÿšจ Available Now in Stock!
Upgrade your healthcare facility with the EMP 3000 Color Doppler Diagnostic Ultrasound System.

โœ… High-resolution imaging
โœ… Multiple probes included
โœ… Advanced diagnostic technology
โœ… Fair Price
โœ… Fast & Free Delivery

๐Ÿ“ Finfinne (Addis Ababa), Around Pastor Square
๐Ÿ“ž 09 51 95 95 95
๐ŸŒ waliifhc.com

Waliif Medicine & Medical Equipment Import
We Care About Your Health!

20/06/2026

แŠจแˆ›แ‹ญแŠญแˆฎแˆตแŠฎแ• แŒ€แˆญแ‰ฃ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆแˆตแŒขแˆญแก แˆแ‹ฉ แ‰†แ‹ญแ‰ณ แŠจแ‹‹แˆŠแ แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แˆ†แˆตแ’แ‰ณแˆ แ‹จแ“แ‰ถแˆŽแŒ‚ แˆตแ”แˆปแˆŠแˆตแ‰ถแ‰ฝ แŒ‹แˆญ!

๐Ÿ“แˆแˆจแˆญ แŠจแ‰ฐแˆ› แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹แŠ“ แˆ†แˆตแ’แ‰ณแˆ แŠแ‰ต แˆˆแŠแ‰ต
๐Ÿ“ž 0975 02 88 88 | 0975 02 33 33
Fayyaa Ta'aa!
We Care About Your Health!

19/06/2026
16/06/2026

WALIIF MEDICINE WHOLESALE
Choose the right medicine wholesale
Raabsaa Qorichaa sirrii filadhaa
แ‰ตแŠญแŠญแˆˆแŠ›แ‹แŠ• แˆ˜แ‹ตแˆƒแŠ’แ‰ต แŠ แŠจแ‹แ‹แ‹ญ แ‹ญแˆแˆจแŒก
09 86 56 56 56
09 47 10 11 12
We Care About Your Health!
Fayyaa Ta'aa!

Website: https://waliifhc.com
Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=100064146424689
Telegram: https://t.me/waliifhc1
Tiktok: https://tiktok.com/.health.care.s.c
Instagram: https://instagram.com/waliifhealthcaresc?igshid=YWYwM2I1ZDdmOQ==
Nu hordofaa.
Fayyaa Taโ€™aa!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa