Jemal edao anato

Jemal edao anato

Share

shaashamanne finfinnee itiyophiyaa

02/05/2026

Ana Kani na dhibbee osoo biyyaa samaanuu badhaadhinni Jira ?moo silaa ofi isaaniti samani waan badhaadhaanif badhaadhinnaa dhunfaa ofi badhaadhinnaa biyyaa see'uu
Ajaa'ibaa Kani Jara kana

26/04/2026

BARA KANA KANA KANI BAYYAATAAN GOTOOTAA MIDI'AAFI FAKEESITOOTAA
FAKEESSAAN BULTOOTAA
Namooni Kunin yoo hin hojaannesi waan hojaataan waan itti fakkaatuuf ni fakkeessuu fakeesitootaa
Isaan kuni iddomma hundaatti argaamuu iddoo kamiyyuu isaan hin dhabduu fakeesitootaa
Fakeesitootaa midi'a

25/04/2026

Gootaa afrikaa

20/04/2026

Bara gantuu bayyaattee
Angoo haarkaa badhaattee
Hadaaraa motummaaf uummaataa
Imaanaa dhalootaa waaddaa galttee nyaatte
Uummaani ni boo'aa maloo yaa waaqaayyoo
Maloo yaa mootummaa atti nuu dhaqabi
Fakkeesitooni woorii garaf bulaani
Woorii egeerre dhalootaa qileedhaan bu'aan
Uummaataa nyaachaa jiruu woorii garaf bulaani

17/04/2026

Bagaa natti hafee
Bagaa natti hafee fakkeessuuf fakkachuun
Osoo ofi ta'u qabu Kani bira fakkachuun
Osoo bu'aa hin busiin Cali jedheeti farsuun
Bu'aa tokko malee poostidhaa fafaakeessuun
Bagaa natti haffee fakeessee garadhaaf buluuni
Baga natti hafee bakka na madaalee turuun
Bagaa natti hafee fayidaa dhunfaafi bakka tanne turuun
Garuu gafaa tokko nani dhufaa waaqaa koo kadhaadhee
Gafii tokko nani dhufaa humnaa koo cimsaadhee
Bakka gitafi gatti koo madaaluu waaqaa koo kadhaadhee
Garuu nani dhufaa irree jabeefaadhee
Abjuu koo ganaamaa borddoo koo godhaadhee
Akeekaa egeereef waaqaa koo kadhaadhee
Biyyaaf uummaataa koo akeekaa yadaadhee
Mulaadhaataa badhaadhinnaa caraalaa abdii badhaadhinnaa
Egeerre biyyaafi dhalootaa
Atti maaf soban fafaakeessitaa
Bagaa natti hafee

TikTok ยท First Lady Fans ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น 14/12/2024

dhugaadhaa leenca ardii afrikaa haayyuu beekaa waan hundaa, maadda jijjiraama buu'uraa Eeda'ama kaa'umsa badhaadhinna jijjiraama seenaa atti nuuf jiraadhuu abdiin jira amma
dhaageeffadhuu dhugaan jiruu kana

TikTok ยท First Lady Fans ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น 7940 likes, 529 comments. โ€œแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ‹จแˆšแˆจแŒ‹แŒˆแŒ แ‹ แ‰ แˆตแˆซ แАแ‹ ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น #แŠ แ‰ฅแ‹ญแŠ แˆ•แˆ˜แ‹ต แ‰ขแˆแˆˆแŠ” Seyoum Elema Robe (PhD.)โ€

Photos from Jemal edao anato's post 14/12/2024

tokkumman humna tokkummaan wooraana wooraana caaluu tokkummaan dingaadeedhaa tokkumman waan hundaa tokkumman nageenyaa tokkumman injifaannoodhaa tokkummaan badhaadhinna kanafi tokkummaa tokkummaa jedhuu haayyooni oromoo tokkummaan waan hundaa yoo tokkummaan jhiraatte nageenyii misoomni jireenyi hawaasuma jiraachuun biyyaa jiraachuun waan hundaa yoo tokkumman jiraatte yeroo kamuu nageenyii jira yoo nageenyi jiratte guuddini jira guudinaa arifaachissa fidduf faakeessu osoo hin tanne hojiin agaarsisun biyyaa badhaatte dhalootaa dhaalchissun seenaa hiyyumma hundeerra jijjiruuf kani onatte paartii badhaadhinna paartii hundummaf giddu gaaleessa ta'e biyyaa keenyaaf paartiin badhaadhinna paartii heegeerre biyyaa keenyaa seenaa haaraah biyyaa keenyaaf

Photos from Jemal edao anato's post 08/12/2024

challenging african hero
goota afrikaa

27/11/2024

no matter how great the talent or efforts same things take time you can't porduce a baby in one month by getting nine women pregnant

hanga feetee dandetifi jabeenyaa feetee qabattus,woontooni tokko tokko yeroo sitti fuudhaata
dubara sagali bakka tokkoti ulfeessudhaan ji'a tokkoti ilmoo dhaaluu hin dandeessu

27/11/2024

fuulduura koo badhaadhinattu jira kanafi fuulduuraa koo malee duubaa koo hin ilaalee
abdii qaba sababni isaa waaqa qaba waan ta'ef
abdii hin kuutuu sababni isaa nama dhuunfaa mitti wooranuu abdii naa hin kutaachifne waan ta'ef
badhaadhinni galma ni gaha biyya keenyaaf
paartii hundaa gaalleessa laamii hundaaf
PAARTII BADHAADHINNA FILAANOO KOO AFAANIN OSOO HIN TANEE GOOCHAA ISAATIIN

27/11/2024

arsa gaafachuu maala gaaruu kutaannofi arsa atti kaafaltuun kaayyoon kee guyyaa tokko ni milkaaha
woonti kaamuu tooltuuf gaafa waaqni jedhe woonti kaamuu nimilkaaha

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Cloud 9
Addis Ababa
1200