Naahili

Naahili

Share

Dubbisuun Waa Baru, kanaafu

22/02/2025
17/02/2023

Gatiin jiruu, jiraachuudhuma malee, beenyaa biraa hin qabuu beeki!

Eeee
Yoo jiraatte,sii darbitee argita,
Yoo lubbuu qabaattee biyya lafaa irra jiraatte,sitti darbuu keetis argita,
Jiraachuun qofti isaa, gatii lubbuu keetiitii beeki!

Obbolaa
Nama sadi irraa fagaattu malee, lubbuun kee duutuu malee jirtuu hin taatuu beeki,
Namoonni sadaniis, 1ffaa Isa akka qoosaa godhee si qimmiidu, 2ffaa Isa murtii ufii laateef itti gaafatama mataa isaa hin fudhannee fi 3ffaa Isa gatii keetii fi gatii ufiitiifis bakka hin qabne bira ooltee, kabaja lubbuu keetii gatii dhabsiisaa jirtaa uf tiksi!

Jaaloo
Dhiira onnee sibiilaa jechuun,ol qajeelanii deemuu qofa hin sehinii beeki,
Goota qoma guute jechuun, ibiddatti utaalanii galuu mitii xiinxalli,
Obsa horachuu jechuun,sodaaf gadi jedhanii namaaf sagaduu jechuu mitii argi,
Abshaala namaa jechuun,haqa namaa bitaa mirgaan qunxuuxanii liqimsuu jechuu mitii taajjabi!

Hey
Isa dhageettu amantee,isa argitu yoo kijibsiiste,mataa keettu sirrii hojjataa hinjirree beeki,
Isa beektu dhiistee isa hin beekne yoo faarsite,matatu wal sirukutaa jiraa uf argi!

Yes
Eessa akka ooluu qabdu yoo hin beekne,
Eenyu wajji akka ooluu qabduu yoo hin murteeffanne,
Maalirra akka ooluu qabdu yoo hin hubanne,
Bishaan yaa’aa abbama inni irra goretu irraa qicataa deemaa dhumaa uf qusadhu!
Maddii Fuula FB:- Cush Land SO

21/01/2023

Karaa sirrii ta'een akkaataa itti walqunnamtii saalaa raawwatan beektuu? 🏊‍♀️

Walqunnamtii saalaa raawwachuun seeraa fi saayinsii mataa isaa qaba. Tarii biyya keenyatti haa barsiifamu baatu malee biyyoota birootti akkuma barnoota nyaata faatti barsiifama. Kanaaf namoonni sadarkaa kanaaf geessan saayinsii walqunnamtii saalaa kana beekuun barbaachisaadha.

Yeroo fuutan ykn heerumtan walqunnamtii saalaa raawwachuuf namni isin gorsu hin jiru. Kanaaf isinis akkuma isinitti fakkaatetti gochuun nama wajjin jiraattan wajjiin walii galtee dhabuun walloluu dandeessu. Kanaaf dursaa barnoota kana sirriitti baradhaa!👇👇👇

Barnoonni qaanii tokko hin qabu. Faayidaa malees miidhaa hin qabu.

kanaaf marsaa itti Aanutti......

20/01/2023

Jum'aa Mubaarak

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Akaki Beseka?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Har'a
Akaki Beseka

Opening Hours

09:00 - 17:00