Oro Media

Oro Media

Share

Waaqii kiyya naaf gahaadha.

08/08/2026
Photos from Oro Media's post 08/08/2026

guddaa Oromiyaa.

08/08/2026

Aadaa Keenya mul'iftuu Eenyummaa keenyati

08/08/2026

Iddo hin qabuu namuufuu.
Onnee qabu siif laadheera.
Bara Waan dhabee hin qabuuyyuu
Anuu Kan SI qabaadhee.

08/08/2026

Best Ethiopia oromo music.
AI
Follow To Follow Immediately

08/08/2026

Maal yaadattu?

23/07/2026

Kaayyoof Fiigdi!.
*********************************
Yeroo hedduu Leenca Kuruphoo ari'u caalaa Kuruphootu fayyadama.sababni isaa Leenci garaaf fiiga.Kuruphoon garuu Lubbuuf fiigdi.Namoota garaaf fiigan caalaa namoonni Lubbuuf fiigan Kaayyoo guddaa qabu πŸ‘πŸ‘πŸ‘
Hannaaf soqolattee fiiguu caala kaayyoof firinxiixi πŸ€žπŸ€žπŸ™Kaayyoon garaa guuttachuu caalaa; beekkadhu!. πŸ‘Ž

22/07/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Halake Kha Elemaa Jiloo, Oftaanaan Dhugaa, Wako Dika Jatan, Dereje Reta Motuma, Gobbuu Kanchoora Bulee, Galgalo Dolo, Galma Sora, Culki Hangaftichaa Boranaa, Badhatu Sora Badhatu Sora, Godana Jilo, Waariyoo Dooyyoo, Rabii Abdulahii, Liiben Dooyyoo Diidaa, Roba Tiku, Dida Dika, Abba Liiban, Wario Tadhi, Galma Dhugaa, Qarsii Intaala Haadha, Biruk Ayele Gaddacha Waaqo, Doyyoo Muca Borana, Gurbaa Abbaa Mandhaa Gam, Debano Borbor, Nyuke Wario, Jiloo Kanuu, Galmish Booranaa Soon, Hassan Bilalii, Lello Galgaloo

Photos from Oro Media's post 22/07/2026

Γ€anaa Dilloo,Qancaroo Qaallitti.

Photos from Oro Media's post 22/07/2026

Magaala Dillootti Networkiin 4GπŸ›œ tajaajila kennuu eegale.

Aanaa Aanaa Dilloo,Ganda Dilloo magaalatti tajaajilli networkii duraan rakkisaa ture, xiyyeeffannoo mootummaan keenneen yeroo Amma gara networkii dhaloota Afraffaatti ykn 4G ol guddachuun tajaajila kennuu eegale Jira.
Baga gammaddaan.baga gammanne

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Awassa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Dilo, Oromia
Awassa