Qeerroo Ganama

Qeerroo Ganama

Share

oromia liberation first OLF���
oromia shell be free
oromiya ni bilisomti

08/10/2022

Ameeen yaa rabbi

Photos from Qeerroo Ganama's post 28/09/2022

Dhiha oromiyaa Wallaggatti gochaan horroo Giduruu irratti raawwatamaa tureefii Raawwatamaa jiru sadarkaa dubbachuufillee nama qaanfachiisu bira eega dabree bubbuleera. Garuu godaannisa hin Fayyamne kan dhalootaa dhalootatti dabraa taa’uudha.
Yaa Harka Miskiinota Nagaan jiraatu akkas goote dachii fii samiin sihaa ganu
Facaaftee siif hin margin
Dhaltee horteeke hin argin
Rabbiin si arga sihaa doomsu.

27/09/2022

Yaa Rabbi biyya tenya Ethiopia San nagayaa buusi ummata nagayaa ka dhuma jiru San Bira dhabadhu
Wallagga tiyya Rabbi Jira abshiir 😭

27/09/2022
Photos from Sheikh Amin Ibro's post 23/09/2022

Category

Website

Address


Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Ganama posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Harar.