Dr. Raes z Abd

Dr. Raes z Abd

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr. Raes z Abd, Health/Beauty, harar, Harar.

21/02/2026

Dhukkuboota walqunnamtii saalaatin daddarban (sexually transmitted diseases).
馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷馃搷
鉁嶏笍Akka addunyaattis tahee Akka Biyya keennatti dhukkuboota baay'ee beekkamanii fi irra caalatti namoota umrii dargaggumma keessa jiran kan qabuudha (baay'inaan dargaggoota haa qabu malee namni hundi dhibeewwan kanaan qabamuu ni danda'a).
鉁嶏笍Addunyaatti guyyarraa namni tilmaamaan miliyoona tokko ol ta'u dhukkuba kanaan qabama.
鉁嶏笍Baakteeriyaa, vaayirasiilee fi maxxantuuwwan(parasites) gosa garagaraa 30 ol ta'an Gama walqunnamtii saalaatin namarraa namatti Kan daddarban Yoo ta'u isaan keessaa saddeet (8) dhukkuboota walqunnamtii saalaatin daddarban fiduun Kan beekkamaniidha. Kanneen keessaa afur Kan dhukkuboota akka cophxoo(gonorhea), fanxoo(syphillis), Kilaamidiyaa fi triikoomooniyaasisif sababa tahan kanneen wal'aansan fayyisuun danda'aman Yoo ta'u afran vaayirasiilee Akka heppaataayitas B, HIV, herpes Vaayiraas fi hiyuman paappiloomaa vaayiraasiin(HPV) dhufaniif hanga ammaatti dawaan guutumaan guututti fayyisu hin argamne.
鉁嶏笍Dhukkubootni kunniin irra caalatti karaa walqunnamtii saalaatii fi tuttuqaalee qunnamtii saalaatin walqabataniin kan daddarban yoo ta'u dabalataanis, meeshaa qara qabu waliin fayyadamuun, dhangala'aa fi dhiiga dhukkubsataa irraa bahe tuttuquu fi haadha dhukkubicha qabdu irraa gara daa'imaatti yeroo ulfaa, yeroo da'uumsaa fi yeroo harma luugsisan daddarbuu danda'a.
鉁嶏笍Mallattooleen baay'inaan Dhukkubootni kunniin mul'isan kanneen Akka dhangala'aan qaama saalaatin ba'uu, madaa'uu qaama saalaa, dhiita'uu mudaammuddii naannoo qaama saalaa fi gubaa fincaanii yoo ta'u namni tokko tokko osoo dhukkubicha qabuu mallattoolee kanneen qabaachuu dhabuu danda'a.
鉁嶏笍 Dhukkubootni kunniin yeroodhan beekkamanii wal'aansi barbaachisaa ta'e yoon hin godhamne xaxaalee fayyaa ulfaatoo fi rakkoo fayyaa umrii gutuu nu waliin turuuf nama saaxiluu danda'u. xaxaalee kanneen keessaa muraasni:-
馃搶Kaansarii garagaraa kanneen Akka Kaansarii fiixee (Hulaa) Gadaamessaa, Kaansarii qaama saalaa, Kaansarii tiruu, fi kkf
馃搶Maseenummaa (Dhala dhabuu)
Dhippachuu ujummoo fincaanii fi rakkkoolee kanaan walqabatan.
馃搶Laamshayuu qaamaa fi ija dhabuu(jaamuu) kkf.
馃搶Dabalaatanis dhukkuba isa tokkoon qabamuun carraa dhukkuba biroo Kan Akka HIV tin qabamuu ni dabala.
鉁嶏笍 Dhukkuboota kanniin of irraa ittisuu fi faffaca'iinsa hir'isuun Kan danda'amu Yoo ta'u Innis :-
馃搶Qunnamtii saalaa of eeggannoo hin qabne irraa of qusachuun ( hiriyaa tokkoo ol qabaachuu dhiisuu, Nama hiriyaa tokkoo ol qabu waliin qunnamtii saalaa gochuu dhabuu fi koondomii fayyadamuun)
馃搶Dhukkubicha yeroon qoratamuun wal'aansa barbaachisaa ta'e fudhachuu fi hiriyaa hariiroo qunnamtii saalaa waliin qabnus wal'aansisuu.
馃搶Meeshaalee qara qaban waliin fayyadamuu dhabuu.
馃搶Yeroo yeroon qoratamuun osoo namarra hin turin wal'aanamuu.
馃搶Warreen dhiiraa kittaanun daddabarsii dhukkuboota kanniini ni hir'isa.
馃搶Dabalaatanis vaayirasiilee Akka heppaataayitas B fi HPV talaallii fudhachuun rakkkoolee fayyaa walqabatanii dhufan irraa of baraaruun ni danda'ama.
馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪馃拪
Horaa bulaa, deebanaa!
Fayyaaf nagaa hin dhabinaa!

21/02/2026
04/12/2025

Comment this x ray

18/11/2025

饾棗饾椀饾槀饾椄饾椄饾槀饾棷饾棶 饾棔饾槀饾榾饾棶饾棶饾棶 饾椉饾棾饾椂饾椂饾椏饾椏饾椏饾棶饾棶 饾棝饾棶饾棶 饾棞饾榿饾榿饾椂饾榾饾椈饾槀饾槀!
饾棝饾棶饾槃饾棶饾棶饾榾饾椈饾椂 饾棡饾棽饾棽饾椈饾槅饾棶 饾棔饾棶饾椆饾棶饾棶 饾棗饾椀饾椂饾棷饾棽饾棽 饾棔饾槀饾榾饾棶饾棶饾椈 饾棻饾椀饾槀饾棾饾槀 饾椂饾椏饾椏饾棶饾棶 饾棷饾棶饾椏饾棶饾棶饾椏饾棶饾椇饾槀饾槀饾棾 ,饾棯饾棶饾椈饾榿饾椉饾椉饾榿饾棶 饾棗饾椀饾槀饾槀饾椈饾棾饾棶饾棶饾椈饾椂饾榾 饾榿饾棶'饾棽饾棽 ,饾棜饾棶饾椇饾榿饾棶饾棶饾椈 饾棓饾棶饾棻饾棽饾棽饾棾饾棾饾棶饾棸饾椀饾槀饾槀饾椈 饾棩饾棶饾棶饾槃饾槃饾棶饾棸饾椀饾槀饾槀 饾棨饾棶饾棷饾槀.

鈥⑩湏 饾棔饾槀饾榾饾棶饾棶饾椈 饾棤饾棶饾棶饾椆饾椂?

Busaan dhukkuba maxxantuu Bookee busaa ykn paaraasaayitii 'piasmodiam 'jadhamuun dhiiga namaa dhukkuba sanaan qabamee ciniinuun gara nama fayyaa qabutti dhukkuba daddarbudha.

鈥⑩湏 饾棤饾棶饾椆饾椆饾棶饾榿饾榿饾椉饾椉 饾棗饾椀饾槀饾椄饾椄饾槀饾棷饾棶 饾棔饾椉饾椉饾椄饾棽饾棽 饾棔饾槀饾榾饾棶饾棶
鈥⑩槥锔庯笌锔巇hagna gubaa,
鈽烇笌锔庯笌qorrisiisuu,
鈽烇笌锔庯笌dafqisiisuu,
鈽烇笌锔庯笌mataa bowwuu,
鈽烇笌锔庯笌qaama caccabsuu garaa hammeessuu fi hoqqisuu kan dabalatudha.

Mallattoowwan kun akkuma gosa dhortuu fi hamma yeroo namni sun dhukkubichaan qabamee ture irratti hundaa始uudhaan sa始aatii 48 hanga sa始aatii 72 gidduutti deddeebi始anii mul始achuu danda始u.

饾棤饾棶饾椆饾椉饾椉饾榿饾棶 饾棞饾榿饾榿饾椂饾榾饾棶 饾棗饾椀饾槀饾椄饾椄饾槀饾棷饾棶 饾棔饾椉饾椉饾椄饾棽饾棽 饾棔饾槀饾榾饾棶饾棶
鈥⑩湏 Bakka busaan dafee dafee itti ka始u kan jiraattu yoo ta始e ,Saaphana siree ykn saaphana Bookee busaatti fayyadami. Saaphanni kun qorichi farra ilbiisaa kan itti biifame,qaawwa ykn tarsa始aa kan hin qabne,guutummaatti firaashii ykn afattoo jala kan galfame ta始uu qaba.

鉁旓笌Qoricha farra ilbiisaa mana keessatti biifamutti fayyadami.Balbalaa fi foddaan yeroo dhiha aduu irraa eegalee sirritti cufamuu qaba. Maatiis tahee; Namoonni saaphana ittiftuu bookee Busaa qaban hunduu; yeroo rafan hunda Saaphana ittiftuu bookee hidhatanii jala rafuu qaban.

鈥⑩湐锔嶶ffata guutummaatti qaama kee haguugus uffachuu qaban .

鈥⑩湐锔嶯aannoo manneen jireenyaa bishaan kuufame akka hin turre taasisuu, Iddoo walhormaata Bookee kana balleessuuf wantooni raawwatamuun barbaachisuus hojiilee akka;Meeshaa cacaphaa fi meeshaan Bishaan itti kuufamu kamuu maksuu fi qadaaduu. Iddoo boollaa kan bishaan itti kuufamuu malu xixqoos tahee gurguddaan, walhormaata bookee busaaf carraa uumu akka hin jiraane taasisuudha.

鉁旓笌Namootni Mallattoon Dhukkub

17/09/2025

This is not pose, but torticolis

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Harar
Harar
3200