Ibsaa Oromoo
Biyyaa koo Oromiyaa
02/04/2023
.
🙏🏻Niiwkaastil yunaaytid galchiiwwan 2fi0 Maanchister Yunaaytid Injifachuun Sadarkaa isaa gara 3ffaatti Olfooyyeffatee jira. Warri Niiwkastil Olaantummaa taphaa fudhachuun maan yunaaytidiif Qormaata cimaa ta'uun irra Aanee jira.. .
14/01/2023
.
M a n c h e s t e r D e r b y
Darbiiwwan gurguddoo addunyaa keessaa tokko darbii kilaboota magaalaa maanchiister Walitti fidu maanchuwaan darbiidha.
Sanbata xiqqaa Maanchiister yunaaytid dirree isaatti Maan siitii keessummeessa. Taphni kun deeggartoota kubbaa miilaa hunda biratti hawwii guddaan eeggama.
Maan siitiin Oldtraforditti maan yunaaytid yeroo 18 injifachuun seenaa boonsaa qaba seenaa kana boru itti fufsiisa moo harka kennata laata?
😘 T i l m a a m a a
⚽Man unitd vs Man City
🏟Oldtraford
🎯9:30
J+M
Add men ibsaa kan
Category
Telephone
Website
Address
Harar
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Ibsaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
