Teenya Sindhibin
Kottu ni lollaa
"Gadi murraan laga taate,Ol murraan nafa taate"jette OROMOON!!!!
18/08/2022
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐๐
Dhiironni fuutanii ๐ญ๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐๐ dubbisuu dhiisuu dandeessu.
๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐..
๐จ. Ragaa Qulqullummaa keetiitii Eeggadhu.
๐. ๐๐ช๐ช๐ฎ๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ญ๐ข: - Guyyaa cidha keetii nyaachiftaa hagasiif usii walitti qabadhu.
๐. ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฐ๐จ๐ซ๐ ๐ค๐๐๐ญ๐ข: - Karaa irra hin Kaaโin ittiin Hack si godhanii.
๐. ๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ๐๐ก๐: - Bakka hin taanetti gattee yaadaan hin bobahin.
๐. ๐๐ฎ๐ฆ๐๐๐ญ๐ ๐๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐๐ญ๐ข: - Heerumii Abbaa manaa keetiif gumaachi.
๐
. ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐จ๐ฅ๐: - Abbaan isaa Nama dagalee Jireenyaa siif taโuuf si fuudhe qofa.
๐. ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ ๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ง๐๐๐ญ๐ข: - Kabajaa fi eenyummaa eeggachuun qaroomina.
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐
๐๐๐๐.
๐.๐๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ ๐๐ ๐๐ซ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฃ๐๐๐ญ๐ข:- .Ijji Immoo qaaliidha ni tikfama, yoo si tiksan tikfamiif.
๐.๐๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐ฆ๐๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐๐ก๐. Wanti Gatii Olaanaa qabu hundi Akka Salphatti Hin argamu.worqii fi Daymandii tai.
๐.๐๐๐๐๐ ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ข๐ง ๐๐ฎ๐๐ข๐ง. Waan haadha manaa gaarii si taasisuuf yeroo kee gubi.
๐.๐๐จ๐ซ๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐จโ๐ข ๐๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ซ๐ฎ... Dhukkuba fedhiiti malee jaalalaa mitii of qabbaneessi.
๐.๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐ญ๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ช๐ช๐ฎ๐๐ข๐ข ๐๐ฒ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข. Ati immoo uqqubii saaatii malee baatu hin taโin.
๐.๐๐จ๐ซ๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ข๐ข๐ง ๐ค๐๐ ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฅ๐ช๐๐๐ฎ:- Akkuma Reโee waanuma irraa si dhoorganitti si fiigsisa. Afaan jeedalaa akka hin Buuneef suuta deemi.
๐.๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐ข๐ฌ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฅ๐ช๐๐๐๐. Akkuma Lukkuu garii bakka argitetti buusuuf hin Jarjarin.
๐.๐๐๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐ข๐ง ๐๐๐ข๐ง.Nama Wahiituu hin feetuu karaa irra deddeebiuu dhiisi.
๐.๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ง ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ฅ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐ก๐, iddoo lafa konkolaataat
18/08/2022
Waaโee Onnee kana beektuu laata?
โ๏ธ Onneen keenya giddu galeessaan al 72 dhikkifatti; guyyaatti siโa 100,000; waggaatti siโa 3,600,000; bara jiraannu keessatti immoo siโa biliyoona 2.6 dhikkifatti.
โ๏ธ Ulfaatina giddu galeessaan giraamii 300; guddinaan immoo abootifannaa nama sanaa tokko kan taโeefi guyyaatti dhiiga liitra 7,600 hidda dhiigaa kiilomeetira 96,000 dheeratu keessa raabsaa oola.
โ๏ธ Baayโinni dhiigaa onnee keessaa daqiiqaa tokko keessatti rabsamu liitra 5-7 taโuu nii dandaโa. kunis umurii fi saala akkasumas sochii qaamaa irratti hundaaโa.
โ๏ธ Guyya guyyaatti Onneen keenya humna konkolaataa kiilomeetira 32 deemsisuu dandaโu nii maddisiisa. Bara jireenyaa keessatti immoo humni kun kan ittiin jiโarra gaโanii deebiโan nii taโa.
โ๏ธ Madda humna sochii kan mataasaatii waan qabuuf Onneen qaama irraa addaan baโee rukuttaa isaa itti nii fufa; hanga oksiijiinii gaโaa argatetti jechuudha.
โ๏ธ Onneen qaama hundumaatti naannoo seelii tiriiliyoona 75 taโanitti dhiiga kan rabsu yeroo taโu โkoorniโaaโ qofatu dhiiga hin argatu.
โ๏ธ Yeroo haxxiffatan rukuttaan Onnee yeroo sanaaf nii dhaabatti.
โ๏ธ Maashaan Onnee maashaa qaama keenyaa caalaa sochii kan godhudha.
โ๏ธ Rukuttaan Onnee kan eegalu micireen garaatti uumamee torbee afuraffaatti (4ffaa) tti.
โ๏ธ Onneen dubraa kan dhiiraa caalaa dhahatti.
Hub:-Rabbiin kenya kana hunda nuuf laffise galanni ha gahu
๐Ilmi Nama Addunyaa Tanatti kan Dhufee Sabaaba Malee Miti
๐Waan Gara Addunyaa Tana Dhuftefi Beekun Abbuma Ilaalata
Fayyaan Qabeenya!
18/08/2022
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐๐
Dhiironni fuutanii ๐ญ๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐๐ dubbisuu dhiisuu dandeessu.
๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐..
๐จ. Ragaa Qulqullummaa keetiitii Eeggadhu.
๐. ๐๐ช๐ช๐ฎ๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ญ๐ข: - Guyyaa cidha keetii nyaachiftaa hagasiif usii walitti qabadhu.
๐. ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฐ๐จ๐ซ๐ ๐ค๐๐๐ญ๐ข: - Karaa irra hin Kaaโin ittiin Hack si godhanii.
๐. ๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ๐๐ก๐: - Bakka hin taanetti gattee yaadaan hin bobahin.
๐. ๐๐ฎ๐ฆ๐๐๐ญ๐ ๐๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐๐ญ๐ข: - Heerumii Abbaa manaa keetiif gumaachi.
๐
. ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐จ๐ฅ๐: - Abbaan isaa Nama dagalee Jireenyaa siif taโuuf si fuudhe qofa.
๐. ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ ๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ง๐๐๐ญ๐ข: - Kabajaa fi eenyummaa eeggachuun qaroomina.
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐
๐๐๐๐.
๐.๐๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ ๐๐ ๐๐ซ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฃ๐๐๐ญ๐ข:- .Ijji Immoo qaaliidha ni tikfama, yoo si tiksan tikfamiif.
๐.๐๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐ฆ๐๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐๐ก๐. Wanti Gatii Olaanaa qabu hundi Akka Salphatti Hin argamu.worqii fi Daymandii tai.
๐.๐๐๐๐๐ ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ข๐ง ๐๐ฎ๐๐ข๐ง. Waan haadha manaa gaarii si taasisuuf yeroo kee gubi.
๐.๐๐จ๐ซ๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐จโ๐ข ๐๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ซ๐ฎ... Dhukkuba fedhiiti malee jaalalaa mitii of qabbaneessi.
๐.๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐ญ๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ช๐ช๐ฎ๐๐ข๐ข ๐๐ฒ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข. Ati immoo uqqubii saaatii malee baatu hin taโin.
๐.๐๐จ๐ซ๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ข๐ข๐ง ๐ค๐๐ ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฅ๐ช๐๐๐ฎ:- Akkuma Reโee waanuma irraa si dhoorganitti si fiigsisa. Afaan jeedalaa akka hin Buuneef suuta deemi.
๐.๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐ข๐ฌ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฅ๐ช๐๐๐๐. Akkuma Lukkuu garii bakka argitetti buusuuf hin Jarjarin.
๐.๐๐๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐ข๐ง ๐๐๐ข๐ง.Nama Wahiituu hin feetuu karaa irra deddeebiuu dhiisi.
๐.๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ง ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ฅ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ง๐ ๐๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐ก๐, iddoo lafa konkolaataatti ergi..... Achi dhaqee oofee laalee
12/08/2022
FAAYDAA AANNANI QURUNFUDII/QURUNFULII WALIIN
1). Dadhabuu onneetif.
2). Dadhabbina sammuutii fi waa hubachuu
3). Dhukubba Asmiif
4). Dhukkubbi Ilkanitif
5). Finniisaa Ballessuuf
6). Nyaanni akka Dakaamuuf
7). Dhibee Utaalloo/ qufaatif
8). Dhiiguu foon ilkaanii nurraa qolata.
9). Hanga cholesterol qaama keenyaa ni toโata.
10). Dhukkuubbii jilbaa fi Lafee
11). Foolii Aaanii gaarii akka qabaannuuf
12). Dhukkubbi yeroo marsaa laguutif
13). Dhibee garaachaaf
14). Dhukkubbi Tiruuf
15). Dhukkubbii ilkaaniif.
16). Dadhabbina ijaatiif
17). Kaansarii nurra ittisuuf
18). Bareeduma Gogaa kenyaaf
19). Dhibee Sukkaarafi
20. Hir'inna Dhiigaaf
21). Dhukkubbi Toonsilitif
22). Gogiinsa Garaatif
23). Rakko Dhala Dhabuun walqabatef
24). Dhibba Dhiigatif
25). Bareeduma Rifeensatif
26). Infekishiini Qaama saalatif
27). Feedhi Nyaata Dabaluufi
Akkamitti fayyadamna yoo jettan
โ๏ธ Qurunfudin ka Dakamee tahu qaba
โ.Qurunfudi Maanka/Fal'aana shayii tokko Aannani kubbayya tokko wajjin dhugii/dhugaa
โ Torbanitti yeroo 2-3
โGanama Ganamaa osoo Ciree hin nyaatin sa'aa 1 duraa
https://www.facebook.com/Mahmudkedi/
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Harar
4444