Mubashir Aliyyii
@Mubashir Aliyyii
22/03/2026
'ibaati๐ฒ Mee Obsaan dubbisi
Barsiisaa Yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture.
Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa!
A-1 I-9 Q-17 Y-25
B-2 J-10 R-18 Z-26
C-3 K-11 S-19
D-4 L-12 T-20
E-5 M-13 U-21
F-6 N-14 V-22
G-7 O-15 W-23
H-8 P-16 X-24
Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee.
HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu:
H+A+R+D+W+O+R+K
8+1+18+4+23+15+18+11=98%
KNOWLEDGE - Beekumsa:
K+N+O+W+L+E+D+G+E
11+14+15+23+125+4+7+5=96%
LOVE - Jaalala:
L+O+V+E
12+15+22+5=54%
LUCK - Carraa
L+U+C+K
12+21+3+11=47%
Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru.
Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu.
MONEY - M+O+N+E+Y
13+15+14+5+25=72% qarshiis miti
LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree?
L+E+A+D+E+R+S+H+I+P
12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti!
ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree
A+T+T+I+T+U+D+E
1+20+20+9+20+21+4+5=100%๐๐๐
Furtuun milkaa'inaa 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse.
Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha! Ajaa'ibaam.
19/03/2026
Keekii Mucaa Burqaa
17/02/2026
Ramadan Mubarak all my brothers and sisters of the world ๐
16/02/2026
ุงูููู ุจูุบูุง ุฑู ุถุงู ูุจุงุฑู ููุง ููู
18/01/2026
18/01/2026
18/01/2026
Basic
18/01/2026
18/01/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Address
Harar
