Oromoo ituu naanoo Harari
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromoo ituu naanoo Harari, Health/Beauty, Harar.
22/02/2026
Raayyaan ittisa biyyaa mandara Shororkeessitootaa kan taate Magaalaa Asmaraa to'achuuf murteessuun isaa dhagahame.
Magaalaan Asmaaraa bakka Shororkeessitoonni maandheffatanii nageenya naannawwaa waggoota dheeraadhaaf booreessaa turan ta'uun isaa ni beekama. Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa yeroo muraasa keessatti Magaalaa Asmaraa to'achuuf qophii xumuree jiraachuu maddeen amanamoo irraa odeeffanneerra.
Hanga Asmaraan bilisoomtutti nageenyi Gaanfa Afiriikaa tasgabbaa'uu akka hin dandeenye Xiinxalli Raayyaa ittisa biyyaa ifoomseera.
Loltoonni Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammaayyaa hidhachuun gara kaabaa imalaa jiru.
Itti muddi Gemeda Obse follow like shre Odeeffannoo haaraa argattu !
22/02/2026
; Faannoo, TPLF, ABO Shanee fi humni Jeneraal Al-Burhaan marii waloo taa'aa jiraachuun himame.
Gulaalaa olaanaa BBC Afrikaa duraanii fi rippoortarri Baha Afrikaa Maartiin Plaawut akka gabaasetti humnoonni afran kun dhiheenya kana Suudaan keessatti walga’uun halee-llaa waloo mootummaa Itoophiyaa irratti raawwatame irratti mari’ataniiru. Gaazexeessaan kun akka barreessetti humnoonni afran halee-llaa waloo mootummaa Itiyoophiyaa irratti banuuf mari’ataniiru.
Gaazexaan Economist kanaan dura akka gabaasetti humnoonni kunneen Sudaan keessatti wal arganii turan. Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan kan hoogganu Jeneraal Abdulfatah Al-Burhan finciltoota Itoophiyaa akka deeggaru odeeffannoon ni mul’isa.
Fakkeenyaaf, guyyoota muraasa dura morkataan isaa Mohammad Hamdan Dagool hidhattoonni Tigraay Al-Burhaan waliin lola jechuun himate.
22/02/2026
With ITUU ITUU – I'm on a streak! I've been a top fan for 6 months in a row. 🎉
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Harar
