Jibril Siraj

Jibril Siraj

Share

Follow my page

26/11/2024

Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa Dargaggootaa cimsan kennamaa jira.
==++==
Godina Arsii Lixaatti Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa Misooma Ispoortii fi Gurmaa'insa Dargaggootaa qooda fudhattoota Aanotaaf Magaalotaa hirmaachise kennamaa jira.

Leenjiin kun dambii fi qajeelfamoota misooma Ispoortii fi Gurmaa'insa Dargaggootaa irratti hubannoo uumuudhaan qooda fudhattoonni hojii isaanii beekumsa bu’uureffachuun Gurmaa'insa Dargaggootaa keessatti gahee adda durummaa bahatuun ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaanii akka bahaniif kaayyoo kan godhate ta’uu Itti Gaafatamaan Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Damee Godina Arsii Lixaa Obbo Muhaammad Ushatoo himan.

Leenjiiwwan kennaman qixaan hubachuu fi hojiirra oolmaa isaatiifis tumsuun murteessaa ta’uu kan ibsan itti gaafatamaan Dargaggoo fi Ispoortii Obbo Kamaal Ibraahim dargaggoonni keenya gurmaa'insa cimaa qabaachuun qooda akka biyyaatti qabnu bahuun murteessaa akka ta'es ibsan.

Leenjii guyyoota Lamaaf turu kanaan dambii, qajeelfamootaafi karoora Jaarmiyaalee akkasumas mata dureewwan qorannoo Ispoortii Oromiyaa rakkoo fi furmaata jedhu dhiyaachuun mariin erga gabbateen booda kallattiin karoora hojii itti aanuu kan kaa’amu ta'uu ibsameera.

06/08/2024

Duudhaa paartii keenyaa hojiirra oolchuu fi lafa qabsiisuu qabnu.

Photos from FDRE Defense Force - የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት's post 09/01/2024
09/12/2023

“የሱዳን ግጭት በሰለማዊ መንገድ እንዲፈታ ኢትዮጵያ ድጋፏን አጠናክራ ትቀጥላለች።”
— ጠ/ሚር ዐቢይ አሕመድ(ዶ/ር)

09/12/2023

ከባድ፣ ተጠባቂ ጨዋታ❗️
ሲቲን አሸንፎ ሶስተኛ ደረጃ ላይ የሚገኘዉ Aston Villa FC ከ Arsenal ጋር ዛሬ ማታ ጨዋታዉን ያደርጋል። የዚህን ጨዋታ በትክክል ለገመቱ 5 ሰዎች ልዩ ሽልማት ተዘጋጅቷል።
Tilmaamaa, Badhaafamaa!
Namoota 5 (shan) Dursee Tilmaama Sirrii Kan Tilmaaman Ni Badhaafna.
ይገምቱ፣ ይሸለሙ‼️

01/10/2023
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Shashemene?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Shashemene
JIBRIL