Seenaa Eebisaa Addunyaa

Seenaa Eebisaa Addunyaa

Share

Self man...Tokicha Kuma Caalu(K.G.G)
Yeroo keenya waa baaye dalagnee bira kunnee jirra jechuu ni dandeenya afaan oli guuttannee

06/08/2026

Wooow!!!! # # # # # # # # Sekondi 3 dura eenyutu beeka ture??
Gaara addunyaa keessaa isa guddaan lafa irra miti...
Mars irra jira!
Maqaan isaa Olympus Mons.
Everest caalaa yeroo sadii ol guddaa dha.
Woow! Kana dura ni beektaa ture?
Comment naaf barreessi..ana ka jette.
gaafii dabalataa siif dhiheessa,yoo dandeessee ka deebistuu taate

06/08/2026

Reel #2 – "Black Hole"
🎙️
"Yoo Black Hole bira dhaqe...
Yeroon kee suuta deema!
Ati sa'aatii tokko turta.
Garuu lafarratti waggoonni hedduun darbuu danda'u.
Kun filmii miti...
Saayinsiidha!
Odeeffannoo kanaaf Follow godhi."

06/08/2026
06/08/2026

🤯 1. Addunyaan urjaawwan hedduu qabdi...
Saayintistoonni akka tilmaamanitti urjiileen addunyaa keessa jiran baay'inaan cirracha qarqara galaanaatti argamu caalu akka danda'an ibsaniiru.

Ajaa'iba kun!!!!

Kana duraan dhageesseertaa???

A. Eee B. Lakki

comment kaa'iiii

06/08/2026

Volkaanoon guddaan lafa irra miti.
Volkaanoon guddaan beekamu Mars irratti argama. Maqaan isaa Olympus Mons yoo ta'u, dheerinni isaa naannoo km 22 dha.kun gaara Mount Everest caalaa yeroo lamaa ol dheerachuu akka danda'u.

Odeefannoon kana dura ni beektaa?

A.Eeyyee. B.Lakki
jechuun comment jala kaa'i

06/08/2026

🤯 Beektuu?
Bishaan ati har'a dhugdu keessaa copha tokkollee yoo tahe yeroo tokko dinosauriin dhugge ta'uu danda'a! 🦕💧
Sababni isaas bishaan addunyaa marsaa isaa irra deebi'ee deema waan ta'eef.
Kana dura ni beektaa ture? "Eeyyee" ykn "Lakki" jechuun comment godhi! 👇

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Shashemene?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Shashemene
NO

Opening Hours

Monday 00:00 - 00:00