Dhaloota Ida'amu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaloota Ida'amu, Health/Beauty, Shashemene.
06/04/2026
Danda'uun Abbichuun gochaan mirkanaa'e!
Abbichuun hayyuu waca ololtootaan ol jiru ta'uu irra deddeebiin mirkaneessee jira.ololtoonni osoo biyya diiguuf tattaafatanii inni ammoo irra tarkaanfatee biyya ijaaraa jira.waadaa biyyaa fi uummata isaa jaallatuuf gale osoo hin sharafiin duraa fi duubaan hojiirra oolchaa jira. waadaan Itoophiyaa badhaadhina waloo mirkaneeffatte gaanfa Afriikaatti gadi dhaabuu, biyya badhaate dhaloota dhaalchisuu gochaatti hiikamaa jira!.
06/04/2026
የጥፋት አጀንዳዎችን ወደ ጎን በመተው፣ ወደ ሰላም መንገድ መመለስ የታሪክ አሸናፊ ያደርጋል
የፋኖን የጥፋት መንገድና በአማራ ህዝብ ላይ እያደረሰ ያለውን መጠነ ሰፊ በደል በውል የተረዱ የኢትዮጵያ ልጆች፣ ከሀገር ሻጭ ባንዳዎች ጋር አንሰለፍም በማለት የጥፋት ድግሱን ውድቅ አድርገው ፊታቸውን ወደ ሰላም መልሰዋል። እነዚህ ወገኖች የንጹሃን ደም መፍሰስና የወንድም እልቂት ለክልሉ ውድመት እንጂ ለህዝቡ ነፃነት እንደማይበጅ በመገንዘብ፣ የጥፋት መላእክተኞችን ሴራ በጥሶ በመውጣት ለሀገራዊ አንድነትና ለዘላቂ ሰላም ያላቸውን ቁርጠኝነት በተግባር አሳይተዋል። ዛሬም የሰላም ጥሪው እንደቀጠለ ነው፤ የህዝብን ስቃይ የሚያረዝሙ የጥፋት አጀንዳዎችን ወደ ጎን በመተው፣ ወደ ልማትና ወደ ወንድማማችነት መመለስ የታሪክ አሸናፊ ያደርጋል።
04/04/2026
ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር.....❗️
የምርጫ ምልክታችን ነው...❗️
#የስንዴ ነዶ ምንድነው ካላችው ..❓
➊🌾የመደመር፣
➋🌾የምርታማነት፣
❸🌾ከተረጂነት የመላቀቅ፣
❹🌾የተምሳሌትነት፣
❺🌾የልዕልና፣
❻🌾የሉዓላዊነት፣
❼🌾የበረከትና የብልፅግና ምልክት ነው።
🌾
03/04/2026
"Suuta Suuta Hanqaaquun Miila Lamaan Deemti"! jedha Oromoon koo
Labsiin Poolisiin Oromiyaafii Korri bittinneessaa Oromiyaa akka Finfinnee seenu eeyyamu Mana maree Bakka bu'oota uummataaf dhiyaatee ragga'eera.
Labsichi Kaleessa Paarlaamaaf kan dhiyaate yommuu ta'u Manni Murtii Oromiyaa dhaabbilee Mootummaa naannoo Oromiyaa magaalicha keessatti argaman ilaalchisee, qoranoo yakkaa, Sanadootaafii Maallaqa dhaabbilee naannichaa akka to'atu kan aangoo kenne yommuu ta'u aangoo mana murtii Oromiyaaf kenname kanas kan qoratee mirkaneessu Kora bittinneessaa Oromiyaafii poolisii idilee Oromiyaati.
Kanaafii Labsicha Keeyyata 25, keeyyata xiqqaa 3 irratti akka eerametti Sanadoota mootummaa naannichaan wal-qabatee magaalichatti yakkoota raawwataman kan murteessu mana murtii Waliigala Oromiyaati.
03/04/2026
==========
'aa I/G Eejensii Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee ta'uun Muudaman!
Koreen Qindeessituu Bulchiinsa Magaalichaa Riifoormii geggeesseen Obbo Getaachoo Gaja'aa Kanaan Dura Bulchaa Bulchiinsa Ganda Bakkannisa Qassee kan turan guyyaa har'aa I/G Eejensii Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee tahuun amanamummaa, aantummaa fi Itti gaafatamummaa guddaan Hawaasa akka tajaajilaniif Muudama kennee jira.
27/03/2026
✅ክቡር የከተማችን ከንቲባ Obbo አዳነ ተክለ ጊዮርጊስ በ7ኛው ሀገራዊ እና ክልላዊ ምርጫ ሻሸመኔን ወክለው የጨፌ ኦሮሚያ መ/ቤት እጩ አባል በመሆን ብልፅግና ፓርቲ ወክለው ቀርበዋል 👉ከተማችንን የኢትዮጵያ ከተሞች የብልፅግና ተምሳሌት ለማድረግ የተጀመረውን ሁሉ አቀፍ ልማት ለማሳለጥ ከቲባችንን በመምረጥ የድርሻችንን አይተኬ ሚና እንወጣ🤝
27/03/2026
Guyyaa har'aa magaalaa Finfinneetti seenaan haaraan hojjatameera.
Magaalaan Finfinne jijjiirama qabatamaa galmeessaa jirti. Guyyaa har'aa Fayyadamtoota kuma 15,492 ta’an sagantaa wabii nyaataa fi shaakala dandeettii hojii qaba Eebbifamaniiru. gargaaramuu irraa gara oomishtummaatti ceesifamaniiru. Murannoo hoggansa magaalaa Finfinnee hojiin dinqiin kun galmaa'uu danda'ee jira.
25/03/2026
"Misoomni koriidarii magaalota ammayyeessurra darbee faayidaa diinagdee olaanaa argamsiisaa jira!"
MM.Dr.Abiyyi Ahimad
24/03/2026
Ijaarsa aadaa diimokraasii dhugaa jijjiirama Biyoolessaan eegalle filannoo waliigalaa 7ffaatiin gara boqonnaa murteessaatti ni ceesifna.
Paartiin keenya Paartiin Badhaadhinaa ergamoota wayita jijjiirama biyyaalessaa fuudhee keessaa ijaarsa sirna dimokraasii dhugaa fi ijaarsa aadaa siyaasa ammayyaa'aa isaan ijoo turan. Tarkaanfileen kunneen seenaa biyya keenya keessattu seenaa siyaasa ammayyaa keessatti yeroo dheeraadhaaf mul’achaa kan ture yoo ta'u siyaasaa humnaa siyaasaa yaadaa fi mariifi marabbaatiin bakka buusuuf haalotni dandeessisoon yeroo itti uumuun dandaa'ame turan. Yeroo jijjiiramaa kana hojiiwwan hojjetamaniin aadaa siyaasaa duubatti hafaa yeroo dheeraaf nu faana dhufaniifi kan nutti maxxananii turan qormaata waan turaniif rifoormiiwwan walitti fufiinsaan hojjetamanii fi hojiiwwan ijaarsa dhaabbilee cimsuuf hojjetamaniin rakkoon kun akka furamu tarkaanfii fudhatamaniin bu’aa abdachiisaan argamuu akka jalqaban taasisee jira.
Rakkoowwan Jijjiirama biyyaalessaatiin dursa furaman keessaa inni guddaa fi olaanan cabiinsa yaadaa ture sirreessuu yeroo ta'u, kanaaf ammoo yaadamni Idaa'amuu akka qoricha waaraatti dhiyaachuun adeemsi rifoormicha akka ittiin qajeelu taasifameera. Yaadamaa fi daandii Idaa'amuutiin dirreen siyaasaa akka bal’atu, tumsaa fi dorgommii gidduutti madaalliin akka jiraatu, hammattummaa fi hirmaachisummaaan akka gabbatu taasifameera. Sadarkaa Yaadamaatti jijjiiramootni dhufan seera qabeessaa fi itti fufiinsa akka qabaatan gochuuf dhaabbilee seeraa fi hojimaataan fooyyessuu akkasumas ijaaruuf hojiiwwan hedduun hojjetamaniiru. Dhaabbilee kanneen keessaa dhaabbileen siyaasaa kan akka Boordii Filannoo, miidiyaalee fi hawaasa siiviilii, akkasumas dhaabbilee haqaa fi nageenyaa kan eeraman yoo ta'u, dhaabbileen haaraan kan akka Komishinii Marii Biyyaalessaa immoo tattaaffii Mootummaa Idaa'amuutiin ijaarsa aadaa siyaasaa ammayyaaf goonu karaa guddinaa fi ariitii isaa eegeen gara fuulduraatti akka tarkaanfatu yaadamanii kan hundeeffamaniidha.
Paartii
22/03/2026
የስንዴ ነዶ የትጋታችን ውጤት ፤ የምርጫ ምልክታችን!
የስንዴ ነዶ የጥንካሬያችን፣ የጥበብና የጽናታችን ህያው ምስክር ነው።በእያንዳንዱ የስንዴ ነዶ ውስጥ የፈሰሰ ወዝ፣ የታየ ተስፋና የተገኘ ድል አለ። ዛሬ በማሳችን ላይ ያከማቸነው የስንዴ ነዶ፣ በትጋት ከሠራን የማይታለፍ ጋራ፣ የማይሻገር ባሕር እንደሌለ ያሳየን የታሪካችን አዲስ ምዕራፍ ነው።ትጋታችን ለምርት፣ ምርታችን ለብልፅግና፣ብልፅግናችን ደግሞ ለኢትዮጵያ ከፍታ መሆኑ ያረጋገጥንበት ጭምር ነው። ያለ እረፍት የለፋንበት፣ መሬቱን አልምተን የዘራነው ዘር ዛሬ ለምርጥ ምርት በቅቷል። ይህም በትጋት ከተሰራ ሁልጊዜም ውጤታማ እንደሚሆን በተግባር ያሳይንበት የይቻላል እሳቤ በተግባር የታየበት ነው።ይህ ነዶ ዝም ብሎ ምልክት ብቻ አይደለም፤ የላባችን ውጤት፣ የቤታችን በረከትና የነገው ብሩህ ተስፋችን መገንቢያ ነው።የዛሬው ስኬት ለነገው በላጭ ስራ መነሳሻችን ነው። በጋራ ከሰራንና ከትጋን የማይታፈስ ምርት፣ የማይለወጥ ህይወት አይኖርም።
#የብልፅግናከፍታማሳያ
22/03/2026
𝗚𝗼𝗼𝘁𝗶𝗰𝗵𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝘄𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝗸𝘂𝗺𝗮𝗮𝗳 𝗻𝘂 𝗵𝗮𝗮 𝗴𝗲𝗴𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂! 🇪🇹
ጀግናችን ለሺህ ዓመት ይመራን! 🇪🇹
🇪🇹
18/03/2026
🇪🇹Only those who say Ethiopian Defense Army is a hero, like it 🇪🇹 Serving the country is an honor 🇪🇹
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Shashemene
