Hawwii gaarii
Hawwii gaarii fi Kaayyo bareedaa Seenaa safuu fi afaan �
27/10/2024
LAATA
Humaa mitii Abshiir
Yaadaan hin badinii
Qormaatames jettee
akkas hin tahinii
Obsumaan dabarsi
Hundi Ni dabartii
Hamilee cabsitee
Mataa gadi Qabade
Garaa Nan nyaatinii
Nagayaatu Caalaa
Fayyuma tahanaani
Mudannoo Olseente
Gaarii fi Hamtulle
Rabbuma jedhanii
Simannaa tolchanii
Waan Gaarii eeggatan
Alhamdu🙏 jedhanii
Hundi keeyrumaafi
Haaluma yerootii
Numa JIJJIIRAMTII
AS WR WB Nagayatti
Humaa miti Tunis Ni dabarti jedhe Qaallichi
Yaa Rabbi Warra milkaahe irraa
Nu Taasisi
💗💗💗
beektaa laata irra baradhu yoo beektes Yaadadhu yaadachuuf nuuf taha
Ilmaan Nabi Nuuh sadii 3
Isaanis Kunooti hordofi
🎉1 haam fi ilmaan isaa
Qibxii suudaan FI habashaa
🎉2 saam fi ilmaan isaa
Arabaa faaris iraan fi ruum
🎉3 yaafiz fi ilmaan isaa
Turkii yajuuj fi majuuj
irra HUBACHUUkeessaniif
hedduu natti tola isin jaalladha❤️
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
شارع السعودي
Riyadh
14243
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Hawwii gaarii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
