Biiftuu baatu

Biiftuu baatu

Share

Gorsa nabii😍Gorsa hayyootaa,Gorsa waa'ee jireenyaa ♥︎╣[-_-]╠♥︎★~(◠‿◕✿)

26/07/2026

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Oromoof Oromiyaa, Nazif Abadir

26/07/2026

(SAW)🕋❤️🌻🥰✨👑
Asumaan salawaata Buusii Darbi 🕋

26/07/2026

Mahmoud Siraj Bareentuma xabboo 🕋✨🥰🤍🤍🌹🌹

Mahmoud Siraj 23/07/2026

✍️Imala Kaayyoodhaa💪🌹

Imala kayyootiif jettee
Yeroodha seentu karaa...
Obsa gargaarsa godhu,
Rabbiin si faana jiraa.....
~~~~
Isuma if kaayi,
Eega isaatii obsii
Hamtuuf toltuu mudatte,
Ciniinnadhuu dabarsii.....
~~~~
Ifa boruu arguudhaaf,
Dukkana hardhaa obsi,
Boru mi'aa dhaandhamuuf,
Har'uma hadhaa liqimsii..
~
Bitaa,mirga keen ilaalin,
Fuuldura kankee malee...
Olola gantuuf,yartuuf,
Tasan buusin hamilee.......
~~~~~
Kalee muuxannoo godhuu
Tan har'aa mudhii hidhu.
Isii fuuldura malee,
Kaleeysa san dagadhu.. ....💫👂
~~~~~~
Muraan qoreen jiilu,
Diranuus laala obsa.........
Hidhamu hidhan ju'u,
Hidhaan daranuu cimsaa....👍👍
~~~
Tasan qabu raafama,
Numan sodaatuus hama.
Waca gadhee fii yartuun,
Gumaata warra doomaa....👏
! Jamaaluddiin Aammee, Ali Adam, Uzeyfaa Shariif, Immantu Jafaar, Siinduu Mubii, Boontuu intala oromoo, Tiana Abu, Dida Saraa, Nureddin Fedilu, Issaka Abdoul Salam, Faayileen Sabaa, Bikkaa Arrii Booruu, Magarsa Hadi, Imaam Aliyyii Karone, Rable Axmad, Ustaaz Ibsaa new page, Oromtittii Qaalii, Hauwa Usman, Dabbaal Biyya Gootaa, Maalif An Sirra Cita, Jeetii Mucaa Garaa, Lazii Amad, Hamed Kone, Obsa Abdella, Adams Paré, Tirmizii Rauf Ali, Musa Isiaka, Dunuya Abdi, Mujahid Ibnu Nesradin, Jemila Ebrahim, Jaarsa Gammoojjii, Tadele Yimam Ali, Awole Jimmaa, Ezadin Ahamed, Ebsaa Hu Suhttps://www.facebook.com/Mahmuudsiraa Mahmoud Siraj – Itti fufeen jira! Walitti aansee torban 9 tiif tarree hirmaannaa torbanii isaanii irra galeera. 🎉

Mahmoud Siraj

23/07/2026

✍️Imala Kaayyoodhaa💪🌹

Imala kayyootiif jettee
Yeroodha seentu karaa...
Obsa gargaarsa godhu,
Rabbiin si faana jiraa.....
~~~~
Isuma if kaayi,
Eega isaatii obsii
Hamtuuf toltuu mudatte,
Ciniinnadhuu dabarsii.....
~~~~
Ifa boruu arguudhaaf,
Dukkana hardhaa obsi,
Boru mi'aa dhaandhamuuf,
Har'uma hadhaa liqimsii..
~
Bitaa,mirga keen ilaalin,
Fuuldura kankee malee...
Olola gantuuf,yartuuf,
Tasan buusin hamilee.......
~~~~~
Kalee muuxannoo godhuu
Tan har'aa mudhii hidhu.
Isii fuuldura malee,
Kaleeysa san dagadhu.. ....💫👂
~~~~~~
Muraan qoreen jiilu,
Diranuus laala obsa.........
Hidhamu hidhan ju'u,
Hidhaan daranuu cimsaa....👍👍
~~~
Tasan qabu raafama,
Numan sodaatuus hama.
Waca gadhee fii yartuun,
Gumaata warra doomaa....👏
! Jamaaluddiin Aammee, Ali Adam, Uzeyfaa Shariif, Immantu Jafaar, Siinduu Mubii, Boontuu intala oromoo, Tiana Abu, Dida Saraa, Nureddin Fedilu, Issaka Abdoul Salam, Faayileen Sabaa, Bikkaa Arrii Booruu, Magarsa Hadi, Imaam Aliyyii Karone, Rable Axmad, Ustaaz Ibsaa new page, Oromtittii Qaalii, Hauwa Usman, Dabbaal Biyya Gootaa, Maalif An Sirra Cita, Jeetii Mucaa Garaa, Lazii Amad, Hamed Kone, Obsa Abdella, Adams Paré, Tirmizii Rauf Ali, Musa Isiaka, Dunuya Abdi, Mujahid Ibnu Nesradin, Jemila Ebrahim, Jaarsa Gammoojjii, Tadele Yimam Ali, Awole Jimmaa, Ezadin Ahamed, Ebsaa Hu Suhttps://www.facebook.com/MahmuudsiraaMahmoud Siraj tti. Torban darbe tarree hirmaannaa torbanii isaanii irratti qabxii 121n argadhe.

www.facebook.com

Mahmoud Siraj 19/07/2026

🌿Gorsa Hayyoota Arabaa: Addunyaa Jireenyaa🌹🥀💯

"Beekumsi kan hin dhumne yoo ta'e, of-boonuun dogoggora." — Ibn Al-Muqaffa
"Nama wajjin jiraachuu barachuu malee, nama waliin wal-dhabuu hin baratin." — Alii Ibn Abii Xaalib
"Qalbiin kee bakka itti gammaddu, achi jiraadhu." — Rumi
"Kuniis ni darba (This too shall pass)." — Hayyoota aadaa Arabaa
"Jireenyi akkaan gabaabaadha, kanaafuu gadda kee keessatti hin qabamin." — Jibran Khaalil Jibran
"Nama si jibbu caalaa, nama si jaallatu ofirraa hin dhibin." — Naguib Mahfouz
"Osoo hin dubbatin dura, jechi kee callisa kee caalaa gaarii ta'uu isaa mirkaneeffadhu." — Ibn Arabii
"Yoo wanta tokko qabachuu feete, gad-hiisuu baradhu." — Hayyoota aadaa Arabaa
"Qalbii keetiin ilaali, ijaan qofa hin ilaalin." — Al-Ghazali
"Obsaan waan hundumaa argachuu dandeessa." — Ibn Sina
"Gowwaan akka namaati, garuu gowwummaan isaa daangaa hin qabu." — Al-Mutanabbi
"Beekumsi kan argamu barachuudhaan, garuu hubannoon kan argamu muuxannoodhaan." — Al-Farabi
"Yeroon akka seefii ti, yoo ati isa hin murin, inni si mura." — Hayyoota aadaa Arabaa
"Nama ofii isaa mo'ate, addunyaa mo'ateera." — Ibn Al-Jawzi
"Dhugaan akka aduuti, gonkumaa hin dhokatu." — Hayyoota aadaa Arabaa
"Jaalalli hojii malee jecha qofa yoo ta'e, inni soba." — Ibn Hazm
"Nama akka kee ta'uu hin yaalin, nama si

https://www.facebook.com/Mahmuudsiraa
Jamaaluddiin Aammee, Ali Adam, Uzeyfaa Shariif, Immantu Jafaar, Siinduu Mubii, Boontuu intala oromoo, Tiana Abu, Nureddin Fedilu, Issaka Abdoul Salam, Bikkaa Arrii Booruu, Magarsa Hadi, Imaam Aliyyii Karone, Rable Axmad, Ustaaz Ibsaa new page, Oromtittii Qaalii, Dida Saraa, Hauwa Usman, Dabbaal Biyya Gootaa, Maalif An Sirra Cita, Jeetii Mucaa Garaa, Lazii Amad, Adams Paré, Musa Isiaka, Awole Jimmaa

for all your support! Congrats for being top fans on a streak 🔥!Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Oromoof Oromiyaa, Nazif Abadir

Mahmoud Siraj

19/07/2026

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Oromoof Oromiyaa, Nazif Abadir https://www.facebook.com/Mahmuudsiraa

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Harar
Riyadh